Hamilessaa (Motivation)

@graciouslove2


~~~~
“ Your love for one another will prove to the world that you are my disciples.”
~~~~
Contact us
@Gracious2bot
@thestar22

Hamilessaa (Motivation)

16 Oct, 21:32


❤️ ✍️ "Miira jaalalaa namatti dhaga'amu parsantiin 70% maal akka ta'e beektuu?...." ➡️ As tuquun dubbisaa.

🔜 See More
See More

Hamilessaa (Motivation)

16 Oct, 20:46


🥰

➡️ Channel jaalatamoo ergaalee ajaaibsiisoo fi barsiisoo ta'an qabu kana irratti gadi tuquudhaan JOIN taasisaa! ➡️ JOIN 📌

1️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

     🚘 JOIN
    JOIN

2️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

    🚩 MORE JOIN  🚩
   🚩 MORE JOIN 🚩


3️⃣💡💡💡💡💡💡💡
    🍰MORE JOIN  🕯
   🍰 MORE JOIN 🕯


𝙰𝚍𝚍 𝚢𝚘𝚞𝚛 𝙲𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕
ᥲძძ ᥡ᥆ᥙr ᥴһᥲᥒᥒᥱᥣ

📌 Channel keessan tolaan nu waliin beeksifadhaa

Hamilessaa (Motivation)

15 Oct, 23:34


❤️🟢 Sababiilee jaalala dhugaa booressuu danda'an (5) kanneen irraa fagaadhu. ➡️ See More

↪️  See More
      See More

Fedhii fi hawwiin kee yeroo hundumaa murtoo qajeelaa akka murteessitu waan si taasisaniif, fedhii fi hawwii kee adda baafattee qajeelummaatti eeggachuuf➡️See More

Hamilessaa (Motivation)

15 Oct, 23:30


🥰

➡️ Channel jaalatamoo ergaalee ajaaibsiisoo fi barsiisoo ta'an qabu kana irratti gadi tuquudhaan JOIN taasisaa! ➡️ JOIN 📌

1️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

     🚘 JOIN
    JOIN

2️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

    🚩 MORE JOIN  🚩
   🚩 MORE JOIN 🚩


3️⃣💡💡💡💡💡💡💡
    🍰MORE JOIN  🕯
   🍰 MORE JOIN 🕯


𝙰𝚍𝚍 𝚢𝚘𝚞𝚛 𝙲𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕
ᥲძძ ᥡ᥆ᥙr ᥴһᥲᥒᥒᥱᥣ

📌 Channel keessan tolaan nu waliin beeksifadhaa

Hamilessaa (Motivation)

11 Oct, 20:09


🥰

➡️ Channel jaalatamoo ergaalee ajaaibsiisoo fi barsiisoo ta'an qabu kana irratti gadi tuquudhaan JOIN taasisaa! ➡️ JOIN 📌

1️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

     🚘 JOIN
    JOIN

2️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

    🚩 MORE JOIN  🚩
   🚩 MORE JOIN 🚩


3️⃣💡💡💡💡💡💡💡
    🍰MORE JOIN  🕯
   🍰 MORE JOIN 🕯


𝙰𝚍𝚍 𝚢𝚘𝚞𝚛 𝙲𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕
ᥲძძ ᥡ᥆ᥙr ᥴһᥲᥒᥒᥱᥣ

📌 Channel keessan tolaan nu waliin beeksifadhaa

Hamilessaa (Motivation)

10 Oct, 05:08


🥰

➡️ Channel jaalatamoo ergaalee ajaaibsiisoo fi barsiisoo ta'an qabu kana irratti gadi tuquudhaan JOIN taasisaa! ➡️ JOIN 📌

1️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

     🚘 JOIN
    JOIN

2️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

    🚩 MORE JOIN  🚩
   🚩 MORE JOIN 🚩


3️⃣💡💡💡💡💡💡💡
    🍰MORE JOIN  🕯
   🍰 MORE JOIN 🕯


𝙰𝚍𝚍 𝚢𝚘𝚞𝚛 𝙲𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕
ᥲძძ ᥡ᥆ᥙr ᥴһᥲᥒᥒᥱᥣ

📌 Channel keessan tolaan nu waliin beeksifadhaa

Hamilessaa (Motivation)

08 Oct, 21:19


➡️ Utuu lafa kana irra dhiironni qofti jiraatanii Shamarran hin jiran ta'ee, ardiin kuni dirree Waraanaa,...➡️ See More

↪️ See More
       See More

Dhiironni lafa nageenyi jiru qubatu, shamarran qabannaa tolan nageenya fidu, lameenuu waliin adeemuuf eeggannoolee 5 gochuun barbaachisaadha....➡️ See More

Hamilessaa (Motivation)

07 Oct, 17:58


❤️✍️ Ani silaa hin qabu fira
Kan waamnaan naaf owwaatu
Si qofatu tasgabbeessa
Keessi koo yoo watwaatu.
...➡️ See More

➡️ See More
       See More

Miira sitti dhaga'amu qulqullinaan ibsuudhaaf walaloon humna gurguddaa 10 qaba,...➡️ See More

Hamilessaa (Motivation)

07 Oct, 16:14


🥰

➡️ Channel jaalatamoo ergaalee ajaaibsiisoo fi barsiisoo ta'an qabu kana irratti gadi tuquudhaan JOIN taasisaa! ➡️ JOIN 📌

1️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

     🚘 JOIN
    JOIN

2️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

    🚩 MORE JOIN  🚩
   🚩 MORE JOIN 🚩


3️⃣💡💡💡💡💡💡💡
    🍰MORE JOIN  🕯
   🍰 MORE JOIN 🕯


𝙰𝚍𝚍 𝚢𝚘𝚞𝚛 𝙲𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕
ᥲძძ ᥡ᥆ᥙr ᥴһᥲᥒᥒᥱᥣ

📌 Channel keessan tolaan nu waliin beeksifadhaa

Hamilessaa (Motivation)

05 Oct, 21:01


❤️Jaalalli mana kee haa seenu. Kana booda nagaatti jiraatta. Filannoo toli malee filannoo hin badin. Guyyaa jaalalli mana kee seenee jalqabdee mannikee nagaa fi waan hundumaan guutuu ta'ee argama...➡️ See More

↪️ See More
       See More

Ergaalee ciccimoo 10 hafuura tasgabbii qabaachuuf si cimsan,....➡️ See More

Hamilessaa (Motivation)

05 Oct, 20:57


🥰

➡️ Channel jaalatamoo ergaalee ajaaibsiisoo fi barsiisoo ta'an qabu kana irratti gadi tuquudhaan JOIN taasisaa! ➡️ JOIN 📌

1️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

     🚘 JOIN
    JOIN

2️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

    🚩 MORE JOIN  🚩
   🚩 MORE JOIN 🚩


3️⃣💡💡💡💡💡💡💡
    🍰MORE JOIN  🕯
   🍰 MORE JOIN 🕯


𝙰𝚍𝚍 𝚢𝚘𝚞𝚛 𝙲𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕
ᥲძძ ᥡ᥆ᥙr ᥴһᥲᥒᥒᥱᥣ

📌 Channel keessan tolaan nu waliin beeksifadhaa

Hamilessaa (Motivation)

02 Oct, 20:38


❤️▶️ Sababiilee jaalala dhugaa booressuu danda'an (5) kanneen irraa fagaadhu. ➡️ See More

↪️  See More
       See More

Fedhii fi hawwiin kee yeroo hundumaa murtoo qajeelaa akka murteessitu waan si taasisaniif, fedhii fi hawwii kee adda baafattee qajeelummaatti eeggachuuf ➡️ See More

Hamilessaa (Motivation)

02 Oct, 20:35


🥰

➡️ Channel jaalatamoo ergaalee ajaaibsiisoo fi barsiisoo ta'an qabu kana irratti gadi tuquudhaan JOIN taasisaa! ➡️ JOIN 📌

1️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

     🚘 JOIN
    JOIN

2️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

    🚩 MORE JOIN  🚩
   🚩 MORE JOIN 🚩


3️⃣💡💡💡💡💡💡💡
    🍰MORE JOIN  🕯
   🍰 MORE JOIN 🕯


𝙰𝚍𝚍 𝚢𝚘𝚞𝚛 𝙲𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕
ᥲძძ ᥡ᥆ᥙr ᥴһᥲᥒᥒᥱᥣ

📌 Channel keessan tolaan nu waliin beeksifadhaa

Hamilessaa (Motivation)

02 Sep, 05:56


#motivation

Hamilessaa (Motivation)

02 Sep, 05:56


Baqataa ijaarsa Ameerikaaf qooda guddaa gumaache

ALA bara 1835tti dhalatee, umurii waggaa 13tti jireenya fooyya’aa barbaacha, baqattummaan, maatii isaa wajjiin Iskootilaand irraa gara  Ameerikaatti kan imale, Andriiw Kaarnegee seenaa warraaqsa indastirii Ameerikaa akka jijjiire seenaan galmeesseera. 
Barri yeroo warraaqsi indastirii eegale waan tureef, waarshaalee keessatti, humni namaa hir’ifamuun maashinaan bakka buufamaa ture. Gochi kun maatii Kaarnegee gaaga’uu isaatiin, hojjetaa waarshaa uuffata oomishu kan ture abbaan isaa hojii irraa waan gaggeeffameef maatiin isaa balaa hammaataaf saaxilaman. Kaarnegee, maatii isaa rakkoodhaa baasuuf umurii isaa waggaa 13tti hojii guyyaa hojjetee maatii isaa deeggaruuf murteesse.
Andiriiw Kaarneegee umuriin isaa waan hin geenyeef, hojii argachuuf guddaa dhama’ee, booda waarshaa jirbii oomishu keessa ergamaa ta’uun guyyaatti kaffaltii Doolaara tokkoon qacaramee maatii isaa deeggaruu eegale.
Fedhii hojiif qabuu fi dandeettii namaan waliigaluu qabuun waggoota muraasa keessatti gulantaawwan gara garaa irratti hojjechuuf carraa argate. Dandeettii fi fedhii addaa hojiif qabu kan hubate hogganaan daandii baaburaa Pensilvaaniyaa, barreessaa isaa taasifate. Waggoota muraasa booda waarshaa xiqqaa sibiila oomishu banachuu danda’e. Kaarneegee hiyyummaa fi beela maatii isaa gargar baasuuf ture of irraa qolachuun, bu’aa ba’ii isa mudate hunda obsaan keessa ce’uun milkaa’e.
Baroota walakkeessa1860n keessa waarshaan isaa oomisha sibiilaa Ameerikaan gama bu’uuraalee misoomaa, daandii baaburaa fi ijaarsa gamoowwanii taasifteef gumaacha olaanaa akka bahate, hojiin isaa jireenya lammilee hedduu jijjiiruun cinatti Ameerikaa har’aa ijaaruu keessatti gahee olaanaa akka qabus seenaan raga baha.
Haala amma keessa jirru jijjiiruuf kutannoon wanta nu harka jiruun hojjennaan, ofii fi maatii keenya irra darbinee biyyaaf bu’aa buusuun akka danda’amu seenaa kana irraa baranna.

@coopbankoromia
@thestar22
@graciouslove2

Hamilessaa (Motivation)

31 Aug, 06:26


⬜️ 🔹 Shamarran yeroo hundumaa jaalala hoo'aatiin yommuu jaalattu, mallattoolee jaalala dhugaa isaanitti dhaga'amu kallattii baay'eedhaan calaqqisiisuu danda'u,... 👉 See More
👆👇👌💘

See More
     See More

Hamilessaa (Motivation)

30 Aug, 10:23


❣️ Umuriin Nuti Amma Keessa Jirru kanatti, Caalatti Hafuura Qulqulluuf Laphee Keenya Bannee Kallattii jireenya keenyaa qajeelfachuuf yeroo itti Isarraa Dhageeffachaa Adeemnuudha! waan ajaa'ibaati link kana tuquudhaan itti fufaa dubbisaa....➡️As Tuqaa
😓🖱👇👇😀👩‍❤️‍💋‍👨💘

➡️ See More
See More

Hamilessaa (Motivation)

20 Aug, 05:14


Keessummeessituu Hoteelaa hanga haadha qabeenyaafi Biiliyeenaraa, Diyaane Hendriiks

Diyaaneen ALA bara 1945tti maatii qonnaan bulaa irraa Ameerikaa Wiskoonsiinitti dhalatte. Warra isheef dubara salgaffaadha.Heerumtee mana dhaabbattee, deessee, waggoota sadii booda abbaa warraa ishee du’aan of biraa dhabdee, gaddaan miidhamuu isheerra daa’ima kophaa guddisuun qoramte.
Yeroo muraasa booda jireenyi itti fufuu akka qabu kan amante Diyaaneen, harka namaa eeguu akka hin qabneefi eegdes nama irraa waa argattu akka hin qabne waan barteef, galii mataa ishee argachuuf hojii argame hojjechuuf murteessite. Haata’u malee, akka laayyootti hojii argachuu hin dandeenye. 
Bu’aa ba’ii jireenyaa, abdii guutuun jabaatanii keessa darbuu maatii ishee irraa kan baratte Diyaaneen, “baraa fi furguggee gadi jedhanii dabarsu” akkuma jedhamu, hoteela keessa keessummeessituu ta’uun qacaramte.
Qormaatni Diyaanee irra irratti dabalaa bule malee kanaan hin raawwanne. Kan kaan caalu, dhibee kaansariin qabamuu ishee dhaga’atte. Wal’aansi erga taasifamee boodas itti deddeebi’uun jireenya ishee gaaga’uu kajeeluus, dhamaatii hedduu booda irraa bilisoomtee dandamachuu dandeesse.
Galii dabalataa argachuuf dhaabbilee ijaarsaa gara garaa keessatti barressituu ta’uunis tajaajilteetti. Walitti dhufeenya namootaa waliin qabdu jabeessuun carraalee dhaabbilee gurguddoo keessa hojjechuu argatteen, dhaabbata ABC- kan meeshaalee ijaarsaa dhiyeessuufi ijaarsa manaa irratti hojjatu hundeessuun, kallattii hojii ishee jijjiiruun milkoofte.
Yeroo ammaa kanatti haadha qabeenyaa biiliyeenaraa ta’uun Ameerikaa keessatti dubartii jabduu jedhamuun badhaasa gara garaa argatteetti. Kaappitaala waliigalaa Doolaara biiliyoona 20 ol horachuu ishee ragaan ni ibsa. Toora fayyaa, barnootaafi ijaarsaa keessatti biyyoota addunyaa gara garaatti hojii tola ooltummaan beekamti.
Bakka kaayyoofi mul’ata ofii bira gahuuf gadi bu’uufi qormaatilee mudatan obsaan keessa ba’uu akka nama gaafatu seenaa kana irraa hubachuun nii danda’ama.

@coopbankoromia
@thestar22
@graciouslove2
#motivation
#reseilent

Hamilessaa (Motivation)

10 Aug, 08:30


Tamirat Tola wins a men's marathon at Paris Olympic game.

Congratulations!👏👏👏