MUL'ATAA KEENYA

@mulataakeenya


MUL'ATAA KEENYA

17 Oct, 20:41


โœ…Galatoomi Rakkoo

๐Ÿ‘‰Kuni fira keeti Kuni diina keeti jettee na agarsiifteee
๐Ÿ‘‰Firaaf diina kiyya addaan na barsiiftee
๐Ÿ‘‰Silaa ati hin jiraannee hiriyaa dhugaaf dharaa
๐Ÿ‘‰Yooman addaan baafadhee Firaaf diina koo baraa
๐Ÿ‘‰Ani sin galateeffadha Galatoomi yaa rakkoo
๐Ÿ‘‰silaa ati hin jiraannee Ani hin beeku waan tokkoo
๐Ÿ‘‰Hunduu si cinaa jirra jedhee Abdii natti horee
๐Ÿ‘‰Ati mana koo dhufnaan hundinuu narraa goree
๐Ÿ‘‰Ani yoomiyyuu sin jibbu akka namoota kaanii
๐Ÿ‘‰Rakkoo galatoomi onneerraa dhugaanii
๐Ÿ‘‰Sababuma keetiinan Firaaf diina koo baree
๐Ÿ‘‰Galatoomi yaa rakkoo maaliifan si jibbaree

Share godhaa! Waanti kun mana hundumaa jirti waan ta'eef
โคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธ
@Mulataakeenya

MUL'ATAA KEENYA

17 Oct, 20:40


Eda galgala machoofne gallee reetti qallee nyaannee๐Ÿ˜Š

Ganamaa gaafa kaanu reettin hidhaatti jirtii garuu sareen hin jirtuu๐Ÿ˜ข

MUL'ATAA KEENYA

16 Oct, 18:20


Not Pixel Update ta'e jira! ๐Ÿ”„
Paint godhamu kamuu qabxii hin argamsiisu!
Akkata qabxii heddu itti argatan vidiyoo kana daawwadhaa

https://youtu.be/_KE7IgXfFlk?si=raN4Utqa3erouT6K

MUL'ATAA KEENYA

15 Oct, 15:41


Airdrop Haaraa Warreen Hin jalqabiin Ammuma Eegala
http://t.me/BabyDogePAWS_Bot/game?startapp=r_873652290
๐ŸŽ‰ Join the BabyDoge PAWS Clicker adventure! Solve challenges, join daily events, and invite friends. Stay tuned for the token airdrop! ๐Ÿพ

๐ŸŒŸ Earn 10k PAWS as a welcome bonus
๐ŸŒŸ Get 25k PAWS with Telegram Premium

MUL'ATAA KEENYA

14 Oct, 17:38


Tokkommoo suuqii deemee samunaan qarshii 60 jennaaniin....




DILII koorraa na qulqulessa moo๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

MUL'ATAA KEENYA

13 Oct, 17:06


Durbi qalloon gaafa qamisii dheeraa uffattuu.....



Dibaabee cufame fakkaatti๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

MUL'ATAA KEENYA

09 Oct, 16:32


โšกDv Guutun Akkuma Ittii Fufettii jiraa Wareen Hin Guutin Guutachuu Dandessuu
2025 
Keessan nu dubbisaa #inbox @Anaasii
DV
Hanga ammaatti namoota 500 ol ta'an haala qulqullina qabuun Guune Carraa Gaarii isiniif hawwa
Namoonniguutuu barbaaddan #inbox @Anaasii
Nu QunnamaaDV
Akka sif guutaamu yoo barbade
Kana irratti ergii
1. Maqaa guutuu  ----  -----  -----
2. Salaa  ------
3. Bara dhaloota :   guyyaa ----- ji'aa ----- waggaa -------
4. Iddo dhaloota  --------
5. Biyyaa dhaloota ----
6. footoo
7. Biyyaa amma keessaa jirtu
  -----
8. Lakk bilbila  -------
9. E-mail address ----------
10. Sadarkaa barnoota ----------
11. Halaa gaa'elaa ----------
12. Baay'inaa ijoollee qabdu yoo qabate --------
Guutii as deebisi sif guutama erga guutame qarshii kafalte confirmation code kee fudhata
Karaa keessaa kotta
@Anaasii n nu qunaamaa qarshii 100 qofadhaa

MUL'ATAA KEENYA

07 Oct, 19:40


Tokkotu qormaata qoramee bahee hiriyaa isaatiin akkam ture jedhee gaafannan maal yoo jedhee gariidha?
.
.
.
.
.
Kan gaafa class tti baraanne keessaa kan dhufe barsiisa qofaadha jedheen๐Ÿ˜…๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ

MUL'ATAA KEENYA

02 Oct, 17:39


โšกแ‹จ 2025  DV แŠฅแŠ•แˆžแˆ‹แˆˆแŠ•
Keessan nu dubbisaa #inbox @Anaasii
DV
Hanga ammaatti namoota 500 ol ta'an haala qulqullina qabuun Guune Carraa Gaarii isiniif hawwa
Namoonniguutuu barbaaddan #inbox @Anaasii
Nu QunnamaaDV
Akka sif guutaamu yoo barbade
Kana irratti ergii
1. Maqaa guutuu  ----  -----  -----
2. Salaa  ------
3. Bara dhaloota :   guyyaa ----- ji'aa ----- waggaa -------
4. Iddo dhaloota  --------
5. Biyyaa dhaloota ----
6. footoo
7. Biyyaa amma keessaa jirtu
  -----
8. Lakk bilbila  -------
9. E-mail address ----------
10. Sadarkaa barnoota ----------
11. Halaa gaa'elaa ----------
12. Baay'inaa ijoollee qabdu yoo qabate --------
Guutii as deebisi sif guutama erga guutame qarshii kafalte confirmation code kee fudhata
Karaa keessaa kotta
@Anaasii n nu qunaamaa qarshii 100 qofadhaa

MUL'ATAA KEENYA

01 Oct, 19:00


Tokkommo Birrii 25,000 n Tv bitee galee gaafa tv n sagalee dhabu....




Waaqakoo gurrakeetu duude naan jedhikaa๐Ÿ˜ญ

@MULATAAKEENYA

MUL'ATAA KEENYA

27 Sep, 13:07


Durumayyuu an saree malee hantuuta hin jaalladhu๐Ÿ˜’

MUL'ATAA KEENYA

26 Sep, 12:47


Wallet'n deebi'eera warri Ton barbaaddan karaa @faru99 koottaa.
Direct Claim dhaafis Ton 0.13 gaafachaa jira. Yemmuu bitachuu dhuftan hamma barbaaddan wajjiin naaf barreessaa.

MUL'ATAA KEENYA

25 Sep, 20:07


๐ŸŒœ According to NASA's forecasts, by 2030, humans will be able to live on the Moon thanks to the Orion spacecraft.

MUL'ATAA KEENYA

25 Sep, 18:08


Namoonnii singlen yeroo bayyee online rra jiru.



Akkuma koof akka kee๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

MUL'ATAA KEENYA

24 Sep, 19:37


Project haara Notcoin dhan qopha'ee dha.

๐Ÿ‘‰ START
๐Ÿ‘‰ Let goo isa jedhu click godha
๐Ÿ‘‰ Suuraa bifa adda addaatin jiran kaasuu dhan PX walitti qabadha (akkataa hojji isa video isiniif hojjedha)

NotPixel Beta Version irra yeroo ture akka inni dhufa jiru isiniif gadhisen ture amma gutumma guututti waan jalqabeef sirritti hojjedha!

Note: project kun kan Notcoin dhan kan jalqabsifamedha, Token nuti irra arganu
$NOTPixel jedhama.

Akka boodati hin hafnef jalqaba kana kassa seeran hojjedha.


https://t.me/notpixel/app?startapp=f587495886

MUL'ATAA KEENYA

24 Sep, 14:28


Muslimtoonni addunyaa cufti Ergamaa Rabbii (Saw) lubbuu teenya caalaa jaalanna. Kuni nuuf iimaana๐Ÿ’ช
#Allaahu_Akbar
#Sallallaahu_Aleyhi_Wasallam

MUL'ATAA KEENYA

24 Sep, 10:57


Anaa qarshiin ciree ittiin nyaadhu nama kadhata jiruu chiikin tiyya na dawwaltee

Laaqana na Affeerii๐Ÿ˜’๐Ÿคฃ

MUL'ATAA KEENYA

23 Sep, 23:04


Qorannoon Takka Akka Jettu

Dhiirti Addunyaa Gubbaa 2.2 Billion
Dubartiin Addunyaa Gubbaa 5.6 Billion

Dhiirti Hundi Takka Takka Qofa Yoo Fuute Dubartii Meeqa Lafatti Hafaa ๐Ÿค”๐Ÿค”๐Ÿ™„๐Ÿ™„

MUL'ATAA KEENYA

23 Sep, 19:54


๐Ÿ˜ŽNama waan ta'uu qabu ta'uu danda'u akka taatetti of ilaali.

๐Ÿ‘Kan si bukkee jiraatee sin fayyadne,si biraa fagaateess sin miidhu.

๐Ÿ‘‰Abdii hin kutatin dukkana guddaa keessa ifa xiqqon darbuu dandeessa.

๐Ÿ˜Hin dagatin namoonni gocha gaarii baay'ee ati goote irra dogongora kee tokkittii yaadatu.

๐Ÿ‘Yaaltee dadhabuun kufaatii miti, kufaatiin yaaluu dadhabuudha.

๐Ÿค” Diinni yoo si waraane qaama keet si madeessa,
Hiriyyaan sobaa garuu sammuu tee si madeessa.

๐Ÿ˜žHiyyeessi yakka namaatti kan adabamaa oolu haqa dhabee osoo hin taane harkaa dhabeeti.

9,320

subscribers

77

photos

2

videos