Ministeera Barnootaa 2015(2023)

@ministeera_barnoota


Moe Ethiopia

Ministeera Barnootaa 2015(2023)

09 Dec, 00:42


The owner of this channel has been inactive for the last 5 months. If they remain inactive for the next 28 days, they may lose their account and admin rights in this channel. The contents of the channel will remain accessible for all users.

Ministeera Barnootaa 2015(2023)

06 Jul, 07:14


Share waliif godhaa

Ministeera Barnootaa 2015(2023)

06 Jul, 07:13


Join t.me/qaroo_muslimaa

Ministeera Barnootaa 2015(2023)

06 Jul, 07:13


🅰ramaddiin akkuma bara darbeetti kenname farsantii 25 qofaatu irraa adda ta'e malee jijjiiramni hin jiru.

Ministeera Barnootaa 2015(2023)

06 Jul, 07:11


Ramaddiin barattoota kutaa 12 ffaa Kan bara kana qormaata qoraman ramaddiin yunivarsiitii kennameefi jira. Kanaaf barattooni Akka of qopheessitan issiniif dabarsa.

Ministeera Barnootaa 2015(2023)

03 Jul, 17:16


Hanniti hin dhabamtu ni xiqqaatti malee

Ministeera Barnootaa 2015(2023)

02 Jul, 18:36


Barattooni rimidiyaalii boru irra jalqee torbee kana guutu in qoramu akkuma isaan qoramanniin wiixata dhufu exist exam ni jalqabama ramaddiin barattoota kutaa 12 ffaa Kan bara Kanaas in laatamuuf kanaaf jecha warri qoramtan Akka of qopheessitan issiniif dabarsina.

Ministeera Barnootaa 2015(2023)

02 Jul, 18:02


Join t.me/qaroo_muslimaa

Ministeera Barnootaa 2015(2023)

02 Jul, 16:46


Barattooni bara 2015 qorumsa kutaa 12 ffaa fudhachuuf deeman 869,765 ni dha. Isaan keessaa 365,954 barattoota saayinsii uumaamaa yoo ta'an kanneen hafan immoo barattoota saayinsii hawaasaati.

Ministeera Barnootaa 2015(2023)

30 Jun, 06:24


Waa'ee ramaddii yunivarsiitii barattoota kutaa 12ffaa qormaata rimidiyaaliif booda ykn mana barumsaaf Kan ergamu ta'a.

Ministeera Barnootaa 2015(2023)

30 Jun, 06:15


Sagantaa qormaata rimidiyaaliif qophoofte

Ministeera Barnootaa 2015(2023)

26 Jun, 17:14


Qormaata Intiraansii kutaa 12 ffaa Fi sadarkaa olaanotti barattooni baratan hunduu torbee dhufu irraa eegaluun Kan itti fufu ta'a.

Ministeera Barnootaa 2015(2023)

23 Jun, 08:20


Join👉 t.me/qaroo_muslimaa

Ministeera Barnootaa 2015(2023)

23 Jun, 08:19


Qormaata Intiraansii kutaa 12 ffaa Fi kutaa 8ffaa Fi sadarkaa olaanotti baratan qoruuf qophiin xumuramuu itti gaafatamaan seera qormaataa Dr i.m dabarsaniiru.

Ministeera Barnootaa 2015(2023)

22 Jun, 01:41


Oduu qabatamaa haala barnootaa walqabatan ni argattan

Ministeera Barnootaa 2015(2023)

22 Jun, 01:35


https://t.me/qaroo_muslimaa

Ministeera Barnootaa 2015(2023)

08 Jun, 17:47


Allaahumma akrijnaa minazzulimaati ilannuur!!! Yaa allaah.nuf dirmadhu.
https://t.me/qaroo_muslimaa

Ministeera Barnootaa 2015(2023)

11 May, 17:33


Qormaanni haala kamiin qoramuuf deemu murtoo isaa argachuuf t.me/qaroo_muslimaa 👈join ta'i.

Ministeera Barnootaa 2015(2023)

07 May, 18:35


Oduu qabatamaa haala yerootiin walqabatan keessattu qophiilee qormaataa oduu barattootaaf darbu afaan oromootiin argachuuf join t.me/ifaa_dukkanaa_faayoo_sabaa227

Ministeera Barnootaa 2015(2023)

07 May, 18:28


https://t.me/Ifaa_Dukkanaa_faayoo_sabaa227