Michu Digital Lending

@michudigitallending


Michu is the first uncollateralized digital lending platform in Ethiopia provided by Cooperative Bank of Oromia in collaboration with Kifiya Financial Technologies.

Michu Digital Lending

16 Jan, 11:21


“Hayyama daldalaa hin qabu, ..Liqii argachuu hin danda’uu…” hambifneerra.
Hojii daldalaa keessa ta’uun qofti, liqii Guyyaaf kaadhimamoo isin taasisa! Liqii Guyyaan, fedhii kaappitaalaa torbanii guuttachuun, karoora gama faaynaansiin qabdaniin milkaa’inatti ba’aa!

“ንግድ ፈቃድ የለኝም…ብድር አላግኝም” አይሠራም!
በንግድ እንቅስቃሴ ላይ በመሆንዎ ብቻ ለጉያ ብድር ዕጩ ነዎት፤ ይሞክሩት፤
በጉያ ብድር ሳምንታዊ የካፒታል ፍላጎትዎን አሟልተው በፋይናንስ ዕቅድዎ ወደስኬት ያምሩ።

#CoopbankMichu #MichuUncollateralizedDigitalLending #FinancialSuccess

Michu Digital Lending

01 Dec, 08:24


Dorgommii TiikTookiirratti tajaajila baankii dijitaalawaa wabii hingaafanne Michuu 2.0, beeksisuu qopheessinee turre irratti hirmaachuun dorgomtoonni sadarkaa 1ffaa hanga 3ffaa bahanii mo’atan badhaasasaanii har’a fudhataniiru.
Badhaasa addaa baayy'ina daawwatamummaa argatan bu’uura godhachuun ammoo dorgomtoota sadarkaa 4 -15 jiraniif badhaasni garaa garaa dabalataan kennameera.
Dorgommii kanaan namoota miliyoona 90 ol bira gahuun kan dandaa’me yoo ta’u, BHGO dorgommii kanarratti kan hirmaatan hundaaf irra deebi'uun galateeffachaa dorgommiiwwan walfakkaatan biroos dhiheenyatti akka isiniif qopheessinu gamanumaan isin beeksina.

ምቹ 2.0 ያለማስያዣ የሚሰጥ ዲጂታል የብድር አገልግሎትን ለማስተዋወቅ ባካሄድነው ውድድር ላይ ተሳትፈው ከ1ኛ እስከ 3ኛ የወጡ አሸናፊዎች ዛሬ ሽልማታቸውን ተቀብለዋል።
በተጨማሪ በርካታ ተመልካቾችን በማግኘት ከ4ኛ- 15ኛ ደረጃ ላገኙ ልዩ ሽልማቶች ተሰጥተዋል።
በውድድሩ ከ90 ሚሊዮን ተከታታዮች በላይ ጋር መድረስ የተቻለ ሲሆን፤ ባንካችን በውድድሩ ላይ የተሳተፉትን ሁሉ በድጋሚ እያመሰገነ በቅረቡ ተመሳሳይ ውድድሮችን እንደምናዘጋጅ ስናሳውቅ በደስታ ነው፡፡

#MichuLoan #Coopbank #Coopbankcontest

Michu Digital Lending

30 Nov, 07:27


Liqii daldala keessan xiqqaa ittiin guddifattan ni barbaadduu? Appilikeeshinii Michuu ‘Googil Pileey’ irraa buusuun liqii Michuu-Guyyaa fudhachuuf ammuma galmaa’aa!

ለአነስተኛ ንግድዎ ማሳደጊያ ፈጣን የገንዘብ አቅም ይፈልጋሉ? የምቹን ዲጂታል የብድር መተግበሪያ ከጎግል ፕሌይ በማውረድ የምቹ ጉያ ብድርዎን ለማግኘት አሁኑኑ ያመልክቱ!

#Coopbank #MichuDigitalLending
#BusinessBoost #DigitalBanking

Michu Digital Lending

10 Nov, 08:04


አቶ ወርቁ የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ደንበኛ ናቸው፡፡ ምቹ ብድር የንግድ ሥራቸውን ስለመሳደጉ ይናገራሉ፡፡

‘’ምቹ፤ ካለምንም ማስያዣ የሚሰጥ የብድር አገልግሎት መኖሩን ኢንተርኔት ላይ አይቼ፣ ቀጥታ ወደ ኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ በመሄድ የዚህ ብድር አገልግሎት ተጠቃሚ ሆኛለሁ፡፡
የህን ብድር ለ3ኛ ጊዜ በማግኘቴ አጋጥሞኝ ከነበረው ከፍተኛ የገንዘብ ችግር ተቀርፎልኛል፡፡ አሁንም ቢዝነሴን በማሳደግና የተሻለ ገቢ በመፍጠር ላይ ነው ያለሁት፡፡
ብድሩን የፈለግነው የህል በየግዜው መበደር እንችላለን፡፡ ይሂን የማገኘዋን ብድር በመጠቀም ሌላ ተጨማሪ ሱቅ ለመክፈት በዝግጅት ላይ ነው ያለሁት፡፡’’

ብድር ያለዋስትና ብድር ያለ ማስያዣ፣ ዲጂታል ፈጣንና አስተማማኝ
ምቹ ድጂታል የብድር አገልግሎት ከምቹ ጋር ወደ ላቀ ህይወት፡፡

#MichuDigitalLending #Coopbank #DigitalBanking

Michu Digital Lending

10 Nov, 08:03


Obbo Warquun maamila Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaati. Michuun daldalasaanii  akka itti fooyyesse akkanatti ibsu.
“Michuu tajaajila liqaa wabii malee Interneetiirraa argeen, gara Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa deemee tajaajila liqaa kana faayadamaa ta’uu danda’eera.
Yeroo sadiif tajaajila liqaa kana argadhee hanqina maallaqaa guddaa na mudataa ture irraa furameera. Ammas taanaan liqa Michuun argadhu kanatti fayyadamee biizinasii koofi galii koo guddifachuurrattin argama.
Liqa kana hanga feene yero yerootti liqeeffachuu dandeenya. An amma liqan argadhu kana fayyadamee suuqii dabalataa banachuurraattin argama.”
Tajaajila liqaa  wabii hin gaafanne
Liqa digitaalawaa, saffisaaafi amanasiisaa ta’e
Michuu tajaajila liqaa dijitaalwaan jireenya keessan fooyyeffadhaa!

#MichuDigitalLending #Coopbank #DigitalBanking

Michu Digital Lending

03 Nov, 09:09


🚀 Boost your small business with Michu Digital Lending! 🌟
If you're in Megenagna or Goro Square, our campaign is live and ready to help you thrive. Reach out to our sales team or download the Michu app now for a hassle-free loan application! 💰💼 No Collateral, No Guarantee!

Michu, A Friend Indeed!

#Coopbank #MichuDigitalLending #SmallBusinessSuccess #MichuLending #FinancialBoost

Michu Digital Lending

01 Nov, 07:54


https://www.youtube.com/watch?v=lrtOXPj2OJ8

#Coopbank #Michu #digitalfinance

Michu Digital Lending

01 Nov, 07:53


https://www.youtube.com/watch?v=jBQS278FLgQ

#Coopbank #Michu #digitalfinance

Michu Digital Lending

30 Oct, 09:18


https://play.google.com/store/apps/details?id=com.kifiya.digital.lending
Install and fulfill the working capital requirements of your business.

#michudigitallending #Coopbank #ethiopia #uncollateralized #msme

Michu Digital Lending

16 Sep, 10:18


Good Afternoon:
Michu 2.0 is now on play store, Also Michu bot is available on telegram, you want to know about Michu 2.0 pls press the link @MichuCoopBot and ask any questions in relation to Michu 2.0 (Michu Guyyaa, Michu Wabi, Interest Rate, Facility Fee, Requirements, and any you want to know about Michu in Afaaan Oromoo, Amhraic and English Language).

Michu Digital Lending

15 Sep, 09:24


Michuu, tajaajila liqaa dijitaalawaa wabii hin gaafanne kan biyyattii keessatti isa jalqabaa ta'e, irraa hedduun fayyadamoo ta'aniiru. Michuun gara Michuu 2.0tti guddachuun Interpiraayizoota xixxiqqaa fi giddu galeeyyii deeggaruuf gosoota liqii Michuu Guyyaa fi Michuu Wabii qabiyyeewwan haaraa waliin dhiyeessuun har'a bakka qoodafudhattoonni argamanitti Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaatiin ifoomsameera.

በሀገሪቱ የመጀመሪያው ያለ ማስያዣ ከቀረበው የዲጂታል ብድር አገልግሎት ከምቹ በርካቶች ተጠቃሚ ሆነዋል። ምቹ ወደ ምቹ 2.0 በማደግ የጥቃቅን; አነስተኛ እና መካከለኛ ኢንተርፕራይዞችን ይበልጥ ለማሳደግ ምቹ ጉያ እና ምቹ ዋቢ የብድር የተሰኙ አገልግሎቶችን በመጨመር ከአዳዲስ ይዘቶች ጋር ባለድርሻ አካላት በተገኙበት በኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ይፋ ተደርጓል።