NEVER GIVE UP๐Ÿ’ช

@kanajib


The social media platform that helps you achieve your goals and dreams. Join now and get inspired by the stories, tips.
ADEEROO ABSHIRAA ABDII HIN MURATIN
Contact us @kanajib1

NEVER GIVE UP๐Ÿ’ช

22 Oct, 16:27


๐€๐ซ๐ž ๐˜๐จ๐ฎ ๐’๐ญ๐ฎ๐๐ž๐ง๐ญ?
๐€๐ญ๐ข ๐๐š๐ซ๐š๐ญ๐š๐š๐๐ก๐š๐š?

๐….๐–: @Rafiqul_Islaam

NEVER GIVE UP๐Ÿ’ช

18 Oct, 13:54


NEVER GIVE UP ๐ŸŒŸ
@Kanajib

NEVER GIVE UP๐Ÿ’ช

18 Oct, 13:54


Jack ๐Ÿ‘

NEVER GIVE UP๐Ÿ’ช

16 Oct, 11:28


https://t.me/fadewalletbot/app?startapp=85ad8cec6be743a2964508bf766f100d
Forget the limits! FadeWallet is your ticket to the boundless crypto universe!

Join me at FadeWallet and let's earn rewards together.

NEVER GIVE UP๐Ÿ’ช

15 Oct, 19:38


Just never Give up ๐Ÿ™ ๐Ÿ’ช
Just never Give up ๐Ÿ™ ๐Ÿ’ช

NEVER GIVE UP๐Ÿ’ช

14 Oct, 12:17


Barnoota 10dhan ZERO TO ONE kan barreesse Peter Thiel:

1. Dorgommiin warra moโ€™amaniif. Daldaltoonni gaariin gabaa haaraa fi monopolii haaraa uumu. Daldala jiru waliin hin dorgoman.

2. Zeeroo gara tokkootti tokko irraa n caalaa cimaadha. Waan haaraa uumuu caalaa oomisha ykn tajaajila jiru waraabuun salphaadha. Kanaafidha daldaltoonni baay'een isaanii kalaqa boqonnaa haaraa irratti osoo hin taane fooyya'iinsa dabalataa irratti kan xiyyeeffatan.

3. Fuuldura tilmaamuuf karaan hundarra gaariin uumuudha. Milkaaสผuu yoo barbaadde, saanduqaan ala yaaduuf fedhii qabaachuu fi balaadhaaf saaxilamuu qabda. Fuulduraa uumuuf fedhii qabaachuu qabda malee tilmaamu qofa osoo hin taane.

4. Yeroo dheeraa irratti xiyyeeffachuu. Daldaltoonni gaariin yeroo dheeraaf ijaaramaniiru. Galii kurmaana kurmaanaan ykn bu'aa yeroo gabaabaa irratti hin xiyyeeffatan. Waan turu ijaaruu irratti xiyyeeffataniiru.

5. Kufaatii hammachuu. Kufaatiin qaama adeemsa kalaqaa ti. Daldaltoonni gaariin kufaatii hin sodaatan. Dogoggora isaanii irraa barachuun gara fuulduraatti tarkaanfachuu itti fufu.

6. Namoota si caalaa qaroo ta'an qacarrii. Gareen hundarra gaariin namoota hundeessitoota caalaa qaroo ta'aniin ijaarama. Daldala milkaaโ€™aa ijaaruu yoo barbaadde namoota si caalan qacaruuf fedhii qabaachuu qabda.

7. Aadaa cimaa ijaaruu. Daldala milkaaโ€™aa kamiifuu aadaan cimaan barbaachisaa dha. Dhaabbaticha kan ibsu fi hojjettoonni isaa kaka'umsa akka qabaatan kan godhudha.

8. Obsa qabaadhu. Daldala milkaaโ€™aa ijaaruun yeroo fudhata. Milkaa'ina halkan tokkotti ta'a jettanii hin eeginaa. Obsaa fi ciminaan qabaadhu, dhumarratti galma kee galmaan ni geessita.

9. Carraa qabaadhu. Carraan daldala milkaaโ€™aa kamiyyuu keessatti waan tokkodha. Haa taโ€™u malee, qophaaโ€™uu fi balaa fudhachuudhaan carraa milkaaโ€™ina kee guddisuu dandeessa.

10. Galateeffadhu. Namoota karaa irratti si gargaaraniif galateeffadhu. Carraa qabduuf galateeffadhu. Milkaa'ina argatteef immoo galateeffadhu.

Share and join us ๐Ÿ‘‡

@kanajib
@kanajib
@kanajib

NEVER GIVE UP๐Ÿ’ช

13 Oct, 22:12


แ‰แˆ แŠแŒˆแˆจแŠ• แ‰ แ‰ตแˆจแŠซ

From beza

โ‡๏ธโ‡๏ธ
Share and join ๐Ÿ‘‡
Never Give up

Never Give up

Never Give up

NEVER GIVE UP๐Ÿ’ช

13 Oct, 22:10


แ‰แˆ แŠแŒˆแˆญแŠ• แ‰ แ‰ตแˆจแŠซ ๐ŸŽ™
โ‡๏ธโ‡๏ธโ‡๏ธ

แŠ แ‰…แˆซแ‰ข =แ‰คแ‹›แ‹Šแ‰ต แŠฅแˆธแ‰ฑ

Share and join ๐Ÿ‘‡
Never Give up

Never Give up

Never Give up

NEVER GIVE UP๐Ÿ’ช

13 Oct, 21:53


๐ŸŒน๐ŸŒนแŠ‘แˆชแˆแŠ แ‹จแŠ” แŠฅแŠ“แ‰ต๐ŸŒน๐ŸŒน
๐Ÿ˜˜๐Ÿ˜˜๐Ÿ˜˜๐Ÿ˜˜๐Ÿ˜˜๐Ÿ˜˜๐Ÿ˜˜๐Ÿ˜˜
แŠฅแŠ“แ‰ด แŠ แ‰ตแˆ™แ‰บ แŠ‘แˆช แŠฅแŠ•แŒ… แŠจแŒŽแŠ”
แˆแˆ™แ‰ตแˆแˆฝ แ‰ฅแ‹ฌแˆ แŠ แˆแŒŽแ‹ณแˆฝแˆ แŠฅแŠ”
แŠฅแŠ” แ‰ แˆ˜แˆžแ‰ด แ‹˜แ‹‰แ‰ตแˆญ แŠฅแ‹ซแŠแ‰ฃแˆฝ
แˆ›แ‹จแ‰ฑแŠ• แŠ แˆแˆปแˆ แ‰ แŠ” แˆ†แ‹ต แˆฒแ‰ฅแˆตแˆฝ
โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ
@kanajib
@kanajib แ‰ฐแƒแˆ แ‰ แฆแ‰ณแŒˆแˆ

NEVER GIVE UP๐Ÿ’ช

13 Oct, 21:37


Share and join us

NEVER GIVE UP๐Ÿ’ช

13 Oct, 21:20


Share and join

NEVER GIVE UP๐Ÿ’ช

13 Oct, 13:09


Abjuu(kaayyoo) guddaa ajjeesuu yoo barbaadde, namoota sammuun titiqqootti himi.

SHARE AND JOIN US ๐Ÿ‘Œ

NEVER GIVE UP ๐Ÿ’ช

NEVER GIVE UP๐Ÿ’ช

05 Oct, 13:57


แˆตแ‰ฒแ‰ญ แˆ™แˆˆแˆญ แˆตแŠฌแ‰ตแŠ• แ‰ แˆšแŠจแ‰ฐแˆˆแ‹ แˆ˜แˆแŠฉ แŒˆแˆแŒพแ‰ณแˆแก-

โ€œแŠฅแ‹แŠแ‰ฐแŠ› แˆตแŠฌแ‰ต แ‹จแˆšแˆˆแŠซแ‹ แ‰ฅแ‹™ แŒˆแŠ•แ‹˜แ‰ฅ แ‰ แˆ›แŒแŠ˜แ‰ตแฃ แˆ€แ‰ฅแ‰ณแˆ แ‰ แˆ˜แˆ†แŠ•แฃ แ‰ฅแ‹™ แ‹จแ‰…แŠ•แŒฆแ‰ต แ‹•แ‰ƒแ‹Žแ‰ฝแŠ• แ‰ แˆ›แŒแŠ˜แ‰ต แŠฅแŠ“ แŠจแแ‰ฐแŠ› แ‹ฒแŒแˆช แ‹ซแˆˆแ‹ แˆณแ‹ญแˆ†แŠ•แฃ แŒฅแˆฉ แŠ‘แˆฎ แˆˆแˆ˜แŠ–แˆญ แ‰ แˆšแ‰ฝแˆ‰ แˆฐแ‹Žแ‰ฝ แ‰ฅแ‹›แ‰ต แŠแ‹แข แŠฅแŠ“ แˆ…แ‹ญแ‹ˆแ‰ณแ‰ธแ‹แŠ• แŠ แˆปแˆฝแˆˆแ‹‹แˆ. แ‰ แˆ›แˆˆแ‰ต แŠ แ‰ฅแˆซแˆญแ‰ฐแ‹‹แˆแข

แˆˆแŠฅแˆญแˆตแ‹Ž แˆตแŠฌแ‰ต แˆแŠ•แ‹ตแŠแ‹?
แ‰ แŠฅแˆญแˆตแ‹Ž แ‹จแˆตแŠฌแ‰ต แ‰ตแˆญแŒ‰แˆ แˆ‹แ‹ญ แ‹ญแ‹ˆแˆฐแŠ“แˆ. แŠแŒˆแˆญ แŒแŠ• แˆตแŠฌแ‰ต แ‹จแŠ แŠ•แ‹ตแŠ• แˆฐแ‹ แŒแ‰ฆแ‰ฝ แˆ›แˆณแŠซแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆ†แŠ แ‹ญแŒˆแŠ•แ‹˜แ‰ก! แŒแ‰กแŠ• แˆ›แˆณแŠซแ‰ต แŠ แŠ•แ‹ต แˆฐแ‹ แ‰ แˆšแ‹ซแˆตแ‰ แ‹ แŠแŒˆแˆญ แ‹แˆตแŒฅ แˆตแŠฌแ‰ต แŠแ‹ แข แˆตแˆˆแ‹šแˆ… แˆตแŠฌแ‰ต แˆŠแ‹ฐแˆญแˆตแ‰ แ‰ต แŠซแˆฐแ‰ฅแŠจแ‹ แŒแ‰ฅ แ‰ แˆ˜แŠแˆณแ‰ต แˆˆแŠ แŠ•แ‰ฐ แŠฅแ‹แŠแ‰ฐแŠ› แ‰ตแˆญแŒ‰แˆ แˆŠแŠ–แˆจแ‹ แ‹ญแ‰ฝแˆ‹แˆ แŠแŒˆแˆญ แŒแŠ• แˆฐแ‹Žแ‰ฝ แ‹จแˆตแŠฌแ‰ตแˆ…แŠ• แŠ แ‰…แŒฃแŒซ แˆณแ‹ญแˆ†แŠ• แ‹จแˆตแŠฌแ‰ตแŠ• แ‰ตแˆญแŒ‰แˆ แˆตแˆˆแˆšแŠแŒแˆฉแˆ… แ‹ฐแŒ‹แŠ แˆƒแˆณแ‰ฅ แˆŠแˆ†แŠ• แ‹ญแ‰ฝแˆ‹แˆแข.


Share and join us
Never give up ๐Ÿ’ช

NEVER GIVE UP๐Ÿ’ช

05 Oct, 13:56


Steve Mueller namni jedhamu hiikaa milkaa'inaa akkas jechuun ibse:

"Milkaa'inni sirriin maallaqa hedduu horachuu, badhaadhummaa, meeshalee gati qabeeyyii hedduu qabaachuu fi barnoota digrii sadarkaa ol'aanaa qabaachuun madaalama osoo hin taane, baay'ina namoota jireenya gaarii akka jiraataniif haala mijeessee fi jireenya isaanii fooyyesseen madaalama."    Jechuun ibse. 

Siif milkaa'ina jechuun maaliiree?
Milkaa'ina jechuun hiika ati kennituuf irratti hundaa'a. Garuu, milkaa'inni galma ofii gahuus akka ta'e hubadhu!

Galma ofii gahuu jechuun immoo waan yaadan tokkotti milkaa'udha. Kanaafuu, milkaa'inni hiikaan isaas  galma gahuuf yaadde sana bu'uura godhachuun si biratti hiika dhugaa argachuu kan danda'u malee namoonni waa'ee ofii isaanii bu'uura godhachun hiikaa milkaa'ina waan sitti himaaniif yaada deeggarsaa siif ta'uu danda'a malee hiikaa kallattii milkaa'ina kee ibsu siif hin ta'u.
   
  share and join us
Never give up ๐Ÿ’ช

NEVER GIVE UP๐Ÿ’ช

05 Oct, 13:43


แˆแˆ แŒŠแ‹œ แˆแˆ‰แˆ แŠแŒˆแˆญ แ‰ตแŠญแŠญแˆ แŠแ‹ แ‰ฅแˆˆแˆ… แ‹จแˆแ‰ณแˆตแ‰ฅ แŠจแˆ†แŠ แŠจแˆ…แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แˆแŠ•แˆ แŠ แ‰ตแˆ›แˆญแˆแข

Share and join us
Never give up

NEVER GIVE UP๐Ÿ’ช

05 Oct, 13:35


Yoo yeroo hunda wanni hundii sirrii sitti fakkaate, Jireenya irraa homaa hin barattu.


Share and join us
Never give up ๐Ÿ’ช

NEVER GIVE UP๐Ÿ’ช

05 Oct, 13:20


โ™พ"แˆˆแˆซแˆตแˆ… แ‹ซแˆˆแˆ… แŠ แˆ˜แˆˆแŠซแŠจแ‰ต แ‰ แˆแˆ‰แˆ แŠแŒˆแˆญ แ‹ˆแˆณแŠ แŠแ‹ แˆˆแˆซแˆตแˆ… แŠ แ‹ŽแŠ•แ‰ณแ‹Š แŠ แˆ˜แˆˆแŠซแŠจแ‰ต แ‹ญแŠ‘แˆญแˆ… แŠฅแˆซแˆตแˆ…แŠ• แŠ แ‰ตแŠ“แ‰…::

โ™พ" แ‰ แˆซแˆณ แˆ‹แ‹ญ แ‹จแŠ•แ‰แ‰ต แˆแ‰ฅแˆต แŠ แ‹ซแˆแˆญแˆแข
๐Ÿ‘‰ share and join us
Never give up

NEVER GIVE UP๐Ÿ’ช

05 Oct, 13:18


โ— "Ilaalchi ati ifiif qabdu waan hunduma keeysattuu murteeysaadha;Ilaalcha gaarii ifiif qabaadhu ifhin tuffatin."

โ— "Huccuun ifirratti tuffatan namarraa hin bareeddu."
๐Ÿ‘‰ share and join us

Never give up

NEVER GIVE UP๐Ÿ’ช

05 Oct, 13:14


"Hanqina kee namoota birootiif ibsuu hin jaalatin garuu namoonni yoo siif ibsan fudhachuu jaaladhu."

Share and join us
Never Give Up ๐Ÿ’ช

NEVER GIVE UP๐Ÿ’ช

05 Oct, 13:06


Kan sii jaalatuu jaalattee kan si jibbu hin jibbiin. Kan siif dibbee reebuu ol kaastee, kan sif reebnee gad hin qabiin.

Share and join ๐Ÿ‘‡
Never give up ๐Ÿ™
Never give up

14,121

subscribers

271

photos

84

videos