Jechoota Hayyuu

@jechootaa


❀️WELCOME TO OUR CHANNEL ❀️
Gorsa, Jechoota jaalalaa fi kkf Guyya Guyyaan Argachuuf Channel Kanaaf Maatii Ta'aa πŸ‘‡πŸ‘‡
T.me/Jechootaa
https://www.facebook.com/Jechootahayyuu
https://www.youtube.com/@Jechoota
https://www.instagram.com/jechoota_oro

Jechoota Hayyuu

22 Oct, 21:23


IRRAA FAGAADHU 😊😊
Link kana tuquun maatii chaanaalii kanaa tahaa https://t.me/jechootaa

Jechoota Hayyuu

22 Oct, 21:22


@jechootaa

Link kana tuquun maatii chaanaalii kanaa tahaa https://t.me/jechootaa

Jechoota Hayyuu

21 Oct, 20:23


@jechootaa

Jechoota Hayyuu

19 Oct, 15:30


Unlocking Creativity: How I Made Over 50 Videos with AI Tools! https://youtu.be/hY8bw3Z2unk

Jechoota Hayyuu

17 Oct, 18:46


'Sarara dhugaa.'
Namoonni tokko tokko kan jireenya kee keessa dhufaniif Akkaataa itti kophaa jiraachuu qabdu si barsiisuuf qofa.

@jechootaa

Jechoota Hayyuu

17 Oct, 18:45


it is better to live alone than having bad friends”

@jechootaa

Jechoota Hayyuu

15 Oct, 18:55


@jechootaa

Jechoota Hayyuu

15 Oct, 18:54


@jechootaa

Jechoota Hayyuu

14 Oct, 12:39


Follow us
@Jechootaa

Jechoota Hayyuu

12 Oct, 21:10


Join us @Jechootaa

Jechoota Hayyuu

12 Oct, 21:10


@Jechootaa

Jechoota Hayyuu

12 Oct, 21:06


MAMMAAKSA OROMOO

​​ol kaayan malee olka’aniif hin fuudhan!
Boru hin beeneen qodaan bukoo ishee lama!
Argaa toleef goromsi hin ottoomu!
Sareen namaan buluuf udaan namaa nyaati!
Kan kunootii hiin argine kuunnotii hin argu!
Kan harree hin qabne gaangee tuffata!
Abbaan daadhii dhugeef ilma afaan hin urgaayu!
Akka ormaa sirbaan morma nama jallissa!
Kana ceenaan lagin hin jiru jette haatikoo!
Akka jedhan dhageetee shaniin gufufaan deete!
Harkaan dhaabanii barbareen nama gubdi!
Taakuu dhiiftee dhundhuma deemti!
Wolalaan bishaan biratti dheebota!
Wol jaalateef lafoon woli hin hudeeltu!
Namin lafarratti wol shaku muka woliin hin koru!
Morki baduu mannaa mormi cituu woyya!
Akka ija tiyyaa maaltu naaf kajeela jete sareen!
Gaafa maal nyaanna jedhan damma nyaatan!
Hirribin hiryaa du’aati!
Afaaniin sheekuseen lukaan gara mukaa!
Afaan lafa taa’u lafee alansha!
Horiin deegaa qilee irra dheeda!
Lafa itti hin deebine maqaaf hin badadan!
Bishaan malaan woddan!
Baraan barruu horan!
Dhugaan hin qaldhatti malee hin cittu!
Jaarsi du’uu ka’e si hin abaarin daa’imni guddatu si hin jibbin!
Waaqatu nu eega jedhanii balbala banaa hin bulan!
Hin ta’a jennee saganee woma ta’uu dhabne!
Hin taane kristinaan Badhaanee!
Guddateef dubbii harretti hin fe’an!
Qaallu salphattu nama du’utti waaman!
Graan badaan waan nyaatan nama himsiisa β€œjedhe abbaan kiyya”!
Harkaan dhaabatan lukaan dhiitan!
Ka Arba ajjeese furrii hin baafatuu?
Waanyoon yoo kufan waan caban nama seeti!
Namni Farda koorse galgala kooraa baata!
Farda hidhatan machiin tolti!
Gowwaa sobii Qaroo qeensaan qabi!
Karaan dheeraan lubbuu nama dheeressa!
Soddaa jiruu sanuu balbala jiruu wol hin lolan!
Aak jedhan waa tufan mammaakan waa himan.
Olkaayaniif malee ol ka'aniif hin fuudhan.
Haati hattuun intala hin amantu.
Abbaa gabaabaa ijoolleen hiriyyaa seeti.
Abbaan daadhii dhugeef ilma afaan hin urgaayu.
Abbaan iyyatu malee ollaan hin birmatu.
Horii abaan gaafa cabse ollaan ija jaamsa.
Haadha laalii intala fuudhi.ijaaran"
Baraaf furgugoo gad jedhani jala darban.
Duutu duuti malee saree ija hin dhiqan.
soddaan sodaa dha.
walii galan alaa galan.
ol kaayan ol ka'ani fuudhan.
duuti biyyaa wajji hirriba.
namni mana tokko ijaaru citaa wal hin saamu.
Namni ija tokko qabu cirrachaan hin taphatu.
Abbaan of dhahu of hindandamu.
Horii abbaan gaafa cabse ollaan ija jaamsa.

Jechoota Hayyuu

12 Oct, 20:09


@Jechootaa

Jechoota Hayyuu

10 Oct, 14:46


@Jechootaa

Jechoota Hayyuu

10 Oct, 14:44


DHUGAA HADHAAWAA JIREENYAA 5
1. Addunyaa kana irratti warra kee malee namni dhugaa ta'e hin jiru.
2. Hiyyeessi hiriyyaa hin qabu.
3. Namoonni yaada gaarii hin jaallatan, bifa gaarii jaallatu.
4. Namoonni qarshii kabaju malee nama sana miti.
5. Namni baay'ee jaallattu hunda caalaa si miidha.

Join And Share Us πŸ‘‡πŸ‘‡
@jechootaa
@jechootaa

Jechoota Hayyuu

09 Oct, 19:07


@Jechootaa

Jechoota Hayyuu

09 Oct, 19:06


@jechootaa

Jechoota Hayyuu

05 Oct, 21:03


https://youtu.be/UFdOzGdyBkw

Jechoota Hayyuu

03 Oct, 15:03


𝙬𝙖𝙖𝙣 𝙦𝙖𝙗𝙙π™ͺπ™ͺ𝙣 π™šπ™šπ™œπ™–π™‘π™ž

Jireenya kee jijjiiruuf haala mijjataa hin eegin.
Haalli mijjataan abadan hin dhufu, situ haala mijjeessee deemsa karaa milkii eegala.

Ati deemsa eegallaan haaloonni ofiif of mijjeessaa dhufu.

Kanaafuu:
✍️Bakka jirtuu eegali.
✍️Waan qabduun eegali.
✍️Waan dandeessu raawwadhu.

Milkiin kan warra onnee qabuuti!!!

Chaanaalii keenyatti makamaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@Jechootaa
@Jechootaa
πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯

Jechoota Hayyuu

02 Oct, 19:35


Cherry Airdrop 10,000 usdt giveaway irratti hirmaachuuf Airdrop kan corner jiru cuqaasaa ➑️Wallet connect godhaaπŸ‘› Taskiilee hojjechuu hin dagatinaa sana booda warra top 500 keessa yoo seentan badhaasa argattu.

βœ… Giveaway 10,000πŸ’΅ irratti hirmaachuuf Coin 100K ykn LEVEL 3 galchuun yoo xiqqaate nama 3 affeeruun dirqama. 100k argachuuf TASK 3 hojjechuun gahaadha.

Carraa gaarii, Biyyuma keenya keessaa warri sadarkaa qabatan baay'een jiru, kanneen kanaan dura injifatan ammoo hanga doolaara 25 xiqqoo injifataniiru.
CAARRAA GAARII.

https://t.me/cherrygame_io_bot/tapha?startapp=r_1253290277 jalqabuuf