Goal Afaan oromo

@goalafaanoromoo


Sport league

Goal Afaan oromo

21 Oct, 14:42


๐Ÿด๓ง๓ข๓ฅ๓ฎ๓ง๓ฟLivarpuul waligaltee Vaarjiil Vaandaayik dheeressuuf marii eegalaniiru. Waligalteen Vandaayik Livarpuul waliin qabu dhuma bara dorgommii kanaa iratti goolabama.

๐’๐‡๐€๐‘๐„ โžก๏ธ
https://t.me/fabrizioromanooro
๐’๐‡๐€๐‘๐„ โžก๏ธ

Goal Afaan oromo

19 Oct, 16:14


https://vm.tiktok.com/ZMh5ueftw/ This post is shared via TikTok Lite. Download TikTok Lite to enjoy more posts: https://www.tiktok.com/tiktoklite

Goal Afaan oromo

19 Oct, 06:39


Live on ETV Entertainment
Sa'aa 11:00 har'a
Hordofaa

Goal Afaan oromo

18 Oct, 16:39


https://vm.tiktok.com/ZMhPKByGj/ This post is shared via TikTok Lite. Download TikTok Lite to enjoy more posts: https://www.tiktok.com/tiktoklite

Goal Afaan oromo

17 Oct, 11:26


https://dollartub.com/8x0py?fbclid=IwZXh0bgNhZW0CMTEAAR0QFXh3EyGM2ZWQQLqNuTNqiCShhXaVt9T9KJj6EXl1V8BlIeuDlza9Yzc_aem_Om5ve3bYUmz3RDplpJ_5RA

Goal Afaan oromo

16 Oct, 15:50


๐ŸšจBREAKING:๐Ÿ“ฐGaazeexeessaa jaalatamaa keessa beekaa oduu jijjiirraa beektu? Fabrizio Romano yeroon amma yeroo jijjiirraati oduu kilaba ati deeggartu afaan oromootiin argachuuf dafaa chaanala fabrizio kan afaan oromoo kana join godhaa liinkiin kunooti๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ https://t.me/fabrizioromanooro

Goal Afaan oromo

16 Oct, 15:49


โšฝ vs. West Ham
โšฝ vs. Leicester
โšฝ vs. Peru
โšฝ vs. Everton
โšฝ vs. Wolves
โšฝ vs. Bayern
โšฝ vs. Chile

Jhon Duran iddoo jijjiirraa irraa ka'uun goolii 7 galche jira๐ŸŒŸ
https://t.me/fabrizioromanooro

Goal Afaan oromo

16 Oct, 11:54


๐Ÿšจ Arsenal Alexander Isak Newcastle irraa fudhachuuf karoorfatee jira.

Newcastle Yoo xiqqaate paawundii miliyoona 75 ol barbaada

(Maddi: talkSPORT)

https://t.me/fabrizioromanooro

Goal Afaan oromo

16 Oct, 09:47


live on ETV Entertainment
Sambata dhufu taphni man Utd fi Brentford taasisan kallattiin ETV irratti ni darba...

Sambata 9/2/2017

https://t.me/fabrizioromanooro

Goal Afaan oromo

14 Oct, 04:02


๐Ÿด๓ง๓ข๓ฅ๓ฎ๓ง๓ฟMidhamni Bukaayoo Saakaa salphaa akka ta'ee fi tapha Arsenaal Bornmaawuz waliin taasisuf qophii akka ta'u gabaafameera.

๐’๐‡๐€๐‘๐„

Goal Afaan oromo

14 Oct, 04:01


๐Ÿšจ INEOS olguddaatoota dandeettii qaban kanneen akka Chido Obi-Martin fi Sekou Kone mallatteessuu barbaadu, ammas mallatteessitoota akka isaanii mallatteesuus irratti hojjechaa jiru.

Taphattoota dargaggoota dandeettii fi gatii guddaa gara fuula duraa qaban mallatteessisuun qaama warraaqsa Man Utd INEOS isa guddaa dha

Goal Afaan oromo

12 Oct, 11:55


https://www.clickoekwages.buzz/p?1012786536207924776

Goal Afaan oromo

08 Oct, 12:35


๐Ÿšจ ๐๐‘๐„๐€๐Š๐ˆ๐๐†: Kobbie Mainoo Sababa miidhamaa garee Biyyalleessa England Ala ta'e
https://t.me/fabrizioromanooro

Goal Afaan oromo

08 Oct, 12:35


Andrie Ineeshtaa kubbaa miillaa irraa sooramu bahuu beeksise

Goal Afaan oromo

05 Oct, 18:15


ifoome

Goal Afaan oromo

03 Oct, 05:24


โšฝ๏ธTaphoota Liigii Awurooppaa har'a taphatamu

01:45 ๐Ÿ”ฐ Frenkavoros Tootenham waliin
01:45 ๐Ÿ”ฐ Hofaniyeem Daynamoo Keev waliin
01:45 ๐Ÿ”ฐ Laaziyoo Niis waliin
01:45 ๐Ÿ”ฐ Makabii Telaviiv Midtejlaand waliin
01:45 ๐Ÿ”ฐ Olompiyaakoos Braagaa waliin
01:45 ๐Ÿ”ฐ Qaabraag Maalmoo waliin
01:45 ๐Ÿ”ฐ Soosedaad Anderlept waliin
01:45 ๐Ÿ”ฐ RFS Galtsaray waliin
01:45 ๐Ÿ”ฐ Slaviyaa Praag Ayaaks waliin

04:00 ๐Ÿ”ฐ Beshkitaash Firaankifert waliin
04:00 ๐Ÿ”ฐ Elfisberg Roomaa waliin
04:00 ๐Ÿ”ฐ Porto  Manchister Yunaayitid waliin
04:00 ๐Ÿ”ฐ Atleetik Kilab AZ Alkamaar waliin
04:00 ๐Ÿ”ฐ Tiweente Fenerbaachee waliin
04:00 ๐Ÿ”ฐ Reenjers Liyoon waliin
04:00 ๐Ÿ”ฐ Seent Gloose Bodo Gilement waliin
04:00 ๐Ÿ”ฐ Viktooriyaa P. Ludogoreets waliin

Share โžก๏ธhttps://t.me/fabrizioromanooro

Goal Afaan oromo

17 Sep, 17:52


โšฝ๏ธKilabiin Saawudi Arabiyaa Al Naasir leenjisaa isaanii Luwis Kaastiro hojii irraa kaasuu ifa yoo godhan iddoo isaa Stefiyaanoo Piyoolii muuduuf dhiyaataniiru.

๐’๐‡๐€๐‘๐„ โžก๏ธhttps://t.me/fabrizioromanooro

Goal Afaan oromo

12 Sep, 06:31


โšฝ๏ธAkka tilmaama TalkSport tapha eeggama darbii Laandn dhuma torbee kanaa taasifamuuf hiriira Arsenaal haala kanaan tilmaameera.isin hoo?https://t.me/fabrizioromanooro

Share โžก๏ธ

Goal Afaan oromo

11 Sep, 09:04


๐Ÿšจ ๐‡๐„๐‘๐„ ๐–๐„ ๐†๐Ž! David Datro Fofana ergisaan Chelsea irraa Gara AEK Athens imaluuf waliigale ๐ŸŸกโšซ๏ธ

Athens carraa Waliigaltee kana ยฃ20m dhaabbii gochuu ni qaba..

Share
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://t.me/fabrizioromanooro

Goal Afaan oromo

11 Sep, 05:11


๐ŸŽ†Baga nagahaan gara bara 2017 ceetan.๐ŸŽ†

๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ 2017 ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ

Share โžก๏ธ https://t.me/fabrizioromanooro