Dire Dawa University Muslim Students jeme'a

@ddumsjofficialpage


This is the Official Page of DireDawa University Muslim Students Jeme'a

If you have any suggestion put it here @DDUMSJ

Dire Dawa University Muslim Students jeme'a

22 Oct, 03:24


#أقوال العلماء
#ddumsj

https://t.me/DDUMSJofficialpage
https://t.me/DDUMSJofficialpage

Dire Dawa University Muslim Students jeme'a

21 Oct, 10:21


#እንጠንቀቅ
#العارف بالله إبراهيم بن أدهم
https://t.me/DDUMSJofficialpage

Dire Dawa University Muslim Students jeme'a

21 Oct, 10:03


Dire Dawa University Muslim Students jeme'a pinned «🔗 አሁን ላይ እየተሰጡ ያሉ ደርሶች(ትምህርቶች): 💎 ቁርአን, 💎 ኡሱሉ ሰላሳ, 💎 ፊርቀቱ ናጅያ, 💎 ሲፈቱ ሰላት, 💎 ላ ኢላሃ ኢለ ላህ, 💎 አድሩሱል ሙሂማ (ለእህቶች ብቻ). 📍ቦታ መርመርሳ ባቡሰላም መስጅድ :: ✍️ ዳዕዋ እና ኢርሻድ ... ለበለጠ መረጃ: +251909282436 +251928128709»

Dire Dawa University Muslim Students jeme'a

21 Oct, 06:58


#أقوال العلماء
#knowledge #DDUMSJ

https://t.me/DDUMSJofficialpage
https://t.me/DDUMSJofficialpage

Dire Dawa University Muslim Students jeme'a

21 Oct, 05:24


👉 Yeroo tokko namnoonni wayii Ibraahim Ibni Adihim(Rabbiin Rahmata ha godhuufi) Akkas jechuun gaafatani: "Abbaa Isihaaq du'aayii ni goona garuu nuuf hin deebi'u (Qeebalamu)" . Maalif?
Abbbaan Isihaaq Yeroo deebisaniif akkas jedhan:
Sababni isaa kan nuti Rabbiin kadhannu haala qalbiin keenya wantoota 10 Arman gadii kanaan du'eeni

1.Rabbiin kan beektanu taatani haqa isaaf malu hin kennitaniif

2.Ergamaa Rabbii sallalahu aleyhi wasalam ni jaallanna jettanii falmitan garuu sunnaa isa hin hordoftan (haala sunnaa isaanii faallessitaniin)

3.Qur'aana ni dubbistan garuu itti hin hojjettan (dalagdan).

4.Tola Rabbiitiin nyaattu garuu hin galatomfattan.

5.Sheyixaanni diina keenya jettu garuu hin faallessitan.

6.Dhugumaan jannanni jira jettu garuu dalagaa isaaf tahu hin dalagdan.

7.Dhugumaan ibiddi jira jettu garuu dalagaa ibidda isin naqu irraa hin fagaattan.

8.Dhugumaan duuti jira jettani ni dubbattu garuu saniif hin qophooftan.

9.Badii namaaf quuqamtu haala badii keessan dagatoo (irraanfatoo) taataniin.

10.yeroo namootni gidduu keessani du'u ni awwaltan garuu du'a isaani irraa hin barattan.

kanneen armaan olitti ibsaman sirreessine yoo kan kadhannu taane Heyyama Rabbii subhaana wata'alatiin nuuf Qeebalama.


{وَقَالَ رَبُّكُمُ ادْعُونِي أَسْتَجِبْ لَكُمْ إِنَّ الَّذِينَ يَسْتَكْبِرُونَ عَنْ عِبَادَتِي سَيَدْخُلُونَ جَهَنَّمَ دَاخِرِينَ...}



🖋
DDUMSJ©

https://t.me/DDUMSJofficialpage
https://t.me/DDUMSJofficialpage
https://t.me/DDUMSJofficialpage

Dire Dawa University Muslim Students jeme'a

21 Oct, 05:24


👉 የሆነ ጊዜ ላይ የሆኑ ሰዎች ለ ኢብራሂም ቢን አድሃም ( አላህ ይዘንላቸውና ) እንዲህ ብለው ጠየቋቸው :- " አባ ኢስሃቅ ዱዓ እናደርጋለን ዱዓችን ግን አይመለስልንም:: ለምንድን ነው ? "
አባ ኢስሃቅም ሲመልሱላቸው እንዲህ አሉ :-
"ምክንያቱም አላህን ስትጣሩ ቀልባቹ በነዚህ 10 ምክንያቶች የሞተች ሁና ነው :-

1. አላህን አውቃችሁ ስታበቁ የሚገባውን ሀቅ አልሰጣችሁትም :

2. እናንተ መልክተኛውን (ሰ.ዐ.ወ) እንወዳለን ብላችሁ ትሞግታላቹ ነገርግን የእሱን ሱና/ፈለግ አትከተሉም:

3. ቁርአን 'ን ታነባላችሁ ነገርግን አትሰሩበትም :

4. የአላህ የሆነን ፀጋ ትመገባላችሁ ነገር ግን አታመሰግኑም:

5. ሸይጣን ጠላታችን ነው ትላላችሁ ነገርግን አትቃረኑትም:

6. ጀነት አለ እውነት ነው ትላላችሁ ነገርግን ለእሱ የሚሆንን ስራ አትሰሩም:

7. እሳትም አለ እውነት ነው ትላላችሁ ነገርግን ወደ እሱ የሚያስገባን ስራ አልተዋችሁም:

8. ሞት እውነት ነው እያላችሁ ለሞት አትዘጋጁም:

9. በሰዎች ነውር ተጠምዳችሁ የራሳችሁን ነውር ረሳችሁ:

10. ሰዎች ከ ማህላችሁ ሲሞቱ እየቀበራችሁ ነገርግን በእነሱ ሞት አትገሰፁም. "


ጥራት የተገባው የሆነውን ጌታችንን አላህ ከላይ የተጠቀሱትን ጉድለቶች አስተካክለን ከለመንን ዱዓችን (በአላህ ፈቃድ) ተቀባይነት ይኖረዋል::


{وَقَالَ رَبُّكُمُ ادْعُونِي أَسْتَجِبْ لَكُمْ إِنَّ الَّذِينَ يَسْتَكْبِرُونَ عَنْ عِبَادَتِي سَيَدْخُلُونَ جَهَنَّمَ دَاخِرِينَ...}



🖋
DDUMSJ©

https://t.me/DDUMSJofficialpage
https://t.me/DDUMSJofficialpage
https://t.me/DDUMSJofficialpage

Dire Dawa University Muslim Students jeme'a

20 Oct, 10:09


﴿۞ وَلَوِ اتَّبَعَ الْحَقُّ أَهْوَاءَهُمْ لَفَسَدَتِ السَّمَاوَاتُ وَالْأَرْضُ وَمَن فِيهِنَّ بَلْ أَتَيْنَاهُم بِذِكْرِهِمْ فَهُمْ عَن ذِكْرِهِم مُّعْرِضُونَ﴾.

■ { አላህም ዝንባሌዎቻቸውን በተከተለ ኖሮ ሰማያትና ምድር በውስጣቸውም ያለው ሁሉ በእርግጥ በተበላሸ ነበር፡፡ ይልቁንም ክብራቸው ያለበትን ቁርኣን አመጣንላቸው፡፡ እነርሱም ከክብራቸው ዘንጊዎች ናቸው፡፡ }

■ { Odoo dhugaan fedha lubbuu isaanii hordofee, silaa samii, dachiifi wantoonni isaan keessa jiranis ni badu turanInumaayyuu; nuti Qur'aana kabajaan isaanii keessa jiru isaaniif kennineeti, isaan kabajaa isaanii irraa garagalu. }

🖋 «اللَّهُمَّ أرِنَا الحَقَّ حَقًّا وَارْزُقْنَا اتِّبَاعَهُ ، وَأرِنَا البَاطِلَ بَاطِلًا وَارْزُقْنَا اجْتِنَابَهُ».

من أياته...
DDUMSJ©

https://t.me/DDUMSJofficialpage
https://t.me/DDUMSJofficialpage
https://t.me/DDUMSJofficialpage

Dire Dawa University Muslim Students jeme'a

18 Oct, 17:41


🔗Darsiilee yeroo ammaa kennamaa jiran

💎 Qur'aana,
💎 Usuulu-Salaasaa,
💎 Firqatu-Naajiyaa,
💎 Laa ilaaha illaa Allah,
💎 Adduruusul-Muhimmaa (Shamaraaf qofa)

📍IDDOO: MARMAARSAA MASJIIDA BAABU-SALAAM


✍️Da'waa fi Irshaada
Odeeffannoo dabalataaf:
+251909282436
+251928128709

Dire Dawa University Muslim Students jeme'a

18 Oct, 17:41


🔗 አሁን ላይ እየተሰጡ ያሉ ደርሶች(ትምህርቶች):

💎 ቁርአን,
💎 ኡሱሉ ሰላሳ,
💎 ፊርቀቱ ናጅያ,
💎 ሲፈቱ ሰላት,
💎 ላ ኢላሃ ኢለ ላህ,
💎 አድሩሱል ሙሂማ (ለእህቶች ብቻ).

📍ቦታ መርመርሳ ባቡሰላም መስጅድ ::

✍️ ዳዕዋ እና ኢርሻድ ...
ለበለጠ መረጃ:
+251909282436
+251928128709

Dire Dawa University Muslim Students jeme'a

18 Oct, 05:05


Dire Dawa University Muslim Students jeme'a pinned «السلام عليكم ورحمة الله وبركاته ከዚህ በፊት የግንባታ package ነይታችሁ ገንዘብ ገቢ ያደረጋችሁ ሙሉ ስማችሁን በሚከተለው account እንድትልኩልን ስንል እንጠይቃለን:: 👉 @ibnuaman ለበለጠ መረጃ : 0910496393»

Dire Dawa University Muslim Students jeme'a

18 Oct, 04:52


إطلاق البصير يورث هلاك القلب|
Argaa hadiyyeessanii gadhiisuun qalbii badii dhaalchisa
Kan itti fufe .....

Waan qabatamaa tokkotu jira. Namni muslimaa kamiyyuu amantii isaa baratee itti hojjetee osoo darbee itti tola. Fedhiin akkasii keessa nama hundaa iyyu jira. Kana tahuu waliin amma maal irra jira??  Kun gaaffi tahee osoo jiruu;  barreefama dabarsine keessatti akka barataa muslimaa tokkootti kan irraa fagaachuu qabnu bakkeewan hin barbachisnee fi dalaga jibbamaa irraa akka fagaachuu qabnu ibsuuf yaaleen jira. Keessaafuu akka barataa muslimaa yunivarsiitii tokkootti kana irra darbee akka barattuu shamarrani muslimaatti

"Abo akka obboleettii kootiittin ilaala, akka obboleessa kootiittin ilaala umaa iyyuu na hin godhu (miidhu)"
Jecha akkas jedhamtutu jirti: hanga yoomiitti akka obboleettii isaatti si ilaala?? Jechama tokkotu jira . "Gagoon waan nyaachuuf yaade........"
Yeroof bakka mijeeffachuf (tolfachuuf) malee inni waan sif yaade yaadee jira .

Duruma kan jedhame akkas ture....


{ وَلَا تَقْرَبُوا الزِّنَا ۖ إِنَّهُ كَانَ فَاحِشَةً وَسَاءَ سَبِيلًا }

{Zinaatti hin dhihaatinaa  (sagaagalummaatti). Inni ni tahe badaa (fokkataa) waa bade karri isaa}


.....Itti hin dhihaatinaa ‼️

"Wal tuqnee hin beeknuum" kun immoo sababa kufaa dhihaatu dha. Dhugumatti wan keessa keenyaan dalagnu (hojjennu) nu harkaa badeeti (wallaalleeti)??
Eenyuu kan nuti goyyoomsaa jirru?

"ما خلا رجل بامرأة إلا كان الشيطان ثالثهما"
(رواه الترمذي

"Dhiirri tokko dhalaa tokko waliin kophaa bahee hin hafu hanga sheyixaanni sadaffaa isaani tahutti"

"Keessa ko Rabbiin na beeka..."

Eeyyee Rabbiin keessa beekaa dha. Abbaan murtii guyyaa sanas moo'aanis isa qofa dha.
Iimaanni qalbii irratti ragga'uun (sabachuun) kan beekamu dalagaan yoo hordofe malee lafa duwwaati iyyuun faayidaa hin qabu.
Maal qaba gaarii keessa keenya jiru dalagaa dhaan  yoo mul'isne (calaqqisiisne)??

Badii keenyaa beekaa keessa keenyaan jijjiirama barbaada sababni ofi duuba jennuuf jiraachuu hin qabu.

Obboleettii koo gara fuulduraatti ijoolle ke jara(Abdallaah, maryam....)seenaa kee ammaa akka yeroo sana himuufiin si hin dhibnetti barreessi. Yaa obboleessoo mee xiinxali (yaadi) gochaan ati har'a obboleettii kee Muslimaa kabajaa isii balleessuf oliif gadi kaattee shira meeqa xaxxu osoo namni tokko ilmoo ati gara fuulduraatti  godhattu irraatti, obboleettii kee kan ati jaallatu iraatti dalagee (raawwatee) maaltu sitti dhagahama?

Guyyoota gibbii keessatti kabajamanu Eenyu akka jalqabsiisee fi kaayyoo maaliitiif akka eegalame kan hin beekne kabajuu irra darbinee  qaanfii guddaan dilii dabalataa dalaguu dha malee dilii sana irraa fagaachuu miti . Eeyyee namoota biraa biratti  farfamaa "cool" tahuu mala. Garuu immoo Amantii keenya keessatti amma bakka hin qabnetti eenyuuf iyyuu jennee gochuu hin qabnu.

Gonkumaa karaa gara fitnaa gara zinaatti nu geessu hordofuu hin qabnu. Salphumatti oolmaa keenya irraa ha eegallu namoota gaggaariin of ha marsinu. Turtii keenya yunivarsiitii keessatti Qur'aana qara'uu salaata sirreessinee sagaduu waluumaa gala diinii keenya barannee deemuu malee tiishartii qalamaan laaqamee fi gaabbii kaayyanne deemuu hin qabnu.

Adaraa dalagaa fokkataa akkasii irraa ofi ha fageessinu keessaafuu kanneen Day jedhamuun kabajaman doodoo kan nu taasisan irraa fagaachuu dha qabna.

Rabbiin gabroota isaa warra badii irraa fagaatee gaariitti deebi'e irraa nu haa taasisu. Aamiin

Haala yeroo...
DDUMSJ©

https://t.me/DDUMSJofficialpage
https://t.me/DDUMSJofficialpage
https://t.me/DDUMSJofficialpage

Dire Dawa University Muslim Students jeme'a

18 Oct, 04:52


إطلاق البصر يورث هلاك القلب | አይንን ልቅ አድርጎ መልቀቁ ለልብ ጥፋትን ያወርሳል
---
የቀጠለ...

አንድ እርግጥ የሆነ ነገር አለ:: ሁሉም ሙስሊም በሚባል ደረጃ ዲኑን ተምሮ ተግብሮ ቢያልፍ ደስ ይለዋል:: ሁሉም በውስጡ ይህ ፍላጎት አለ:: አሁን ምን ላይ ነን? ሌላ ጥያቄ ሆኖ ሳለ:: በባልፈው ፅሁፍ ላይ ራሳችንን ማራቅ አለብን ካልኩአቸው አንዳንድ አላስፈላጊ ተግባራት እንዲሁም ቦታዎች ለማንሳት ሞክሬአለው በተለይ ደግሞ እንደ አንድ የ university ሙስሊም ተማሪ ከዛም አለፍ ሲል እንደ ሙስሊም ሴት ተማሪ::

" እረ እንደ እህቴ ነው የማያት:: እረ እንደ ወንድሜ ነው የማየው ምንም አያረገኝም:: "
የምትባል ንግግር አለች:: እስከመቼ ነው እንደ እህቱ የሚያይሽ? አንድ አባባል አለ: " ሊበሏት ያሰቧትን አሞራ... ". ጊዜው እና ቦታው እስኪመቸው ነው እንጂ ያሰበውን አስቦልሻል ::

ቀድሞንም የተባለው እንዲህ ነበር ...

{ وَلَا تَقْرَبُوا الزِّنَا ۖ إِنَّهُ كَانَ فَاحِشَةً وَسَاءَ سَبِيلًا }

{ ዝሙትንም አትቅረቡ፡፡ እርሱ በእርግጥ መጥፎ ሥራ ነውና፡፡ መንገድነቱም ከፋ! }

... አትቅረቡ!

" ተነካክተን እኮ አናቅም " ሌላው የወደቀ እንደ ሰበብ የሚቀርብ ንግግር :: እውነት በውስጣችን የምንሰራው ነገር ምን እንደሆነ ጠፍቶን ነው :: ማንን ነው እያታለልን ያለነው?


"ما خلا رجل بامرأة إلا كان الشيطان ثالثهما"
(رواه الترمذي)

" ሁለት ባአድ የሆኑ ወንድ እና ሴት አይገለሉም እኮ ሶስተኛቸው ሸይጣን ቢሆን እንጂ:: "

" እኔ የውስጤን አላህ ያቀዋል... "
አዎ አላህ ውስጥ አዋቂ ጌታ ነው :: ታዲያ አሸናፊም የ ፍርዱ ቀን ባለቤትም እርሱ ነው :: ኢማን በልብ መፅናቱ የሚታወቀው ተግባርም ሲታከልበት ነው እንጂ በባዶ ሜዳ መጮሁ ትርጉም የለውም:: እንደው ውስጣችን ያለውን ጥሩ ነገር ለምን አናንፀባርቀውም(በተግባር) ?

የመጥፎን መጥፎነት እያወቅን ምናልባትም ለውጥን በውስጣችን እየፈልግን ወደ ኋላ የምንልበት ምክንያት ሊኖር አይገባም::

እህቴ ወደ ፊት ለልጆችሽ (ለእነ አብደላህ/መርየም... )
የምትነግሪው ታሪክሽን አሁን ላይ የሚነገር አድርገሽ ፃፊው:: ወንድሜ ለሰከንድ እስቲ አስበው አሁን ላይ አጥምደህ "አስምጠህ" ክብሯን ለማጉደል ደፋ ቀና የምትለው የዲን እህትህ ላይ እየፈፀምክ ያለውን ተግባር ወደፊት የምትወልዳት ልጅህ ላይ አሁን ላይ የምትወዳት እህትህ ላይ እንደው አንድ ሰው ቢፈፅመው ምን ይሰማሃል?

ግቢ ላይ የሚከበሩ ምናልባትም ማን እንደጀመራቸው እና አላማቸው ምን እንደሆኑ የማናቃቸውን ቀናቶች ማክበሩ ሳያንስ እዛው ላይ ያልሆነ ተግባርን መፈፀሙ ነው ትልቁ ነውር እንጂ ከ እንዲህ አይነቱ አሳፋሪ ተግባር መቆጠቡ አይደለም :: አዎን ሌሎች ዘንድ ይህ የተወደሰ ወይም "cool" እየተባለ የሚሰራ ተግባር ሊሆን ይችላል ነገርግን ዲናችን ውስጥ ቦታ እስከሌለው ድረስ ለማንም ብለን ማድረግ የለብንም::

በጭራሽ እንዲህ አይነት ወደ ፊትና ወደ ዚና የሚመራ የሆነን መንገድ ልንከተል አይገባም::
በቀላሉ ከ አዋዋላችን እንጀምር ራሳችንን በመልካም ሰዎች እንክበብ:: ከ university ቆይታችን ቁርአን ማንበብን ሰላት አስተካክሎ መስገድን በ ጥቅሉ ዲናችንን ተምረን መሄድ እንጂ በቀለም የተጨማለቁ ቲሸርቶችን እና ፀፀትን አትርፈን መሄድ የለብንም::

በጨረሻም እባካችሁ ከእንዲህ አይነት ተግባር ራሳችንን እናርቅ በተለይ እኝህ እከሌ day እየተባሉ የሚከበሩ እንቶ ፈንቶ ብቻ የምናተርፍባቸውን ቀናቶችን ከማክበር መራቅ ይኖርብናል::

አላህ ከመጥፎ ተከልክለው ወደመልካም ካዘነበሉ መልካም ባሮቹ ያድርገን:: አሚን

ወቅታዊ...
DDUMSJ©

https://t.me/DDUMSJofficialpage
https://t.me/DDUMSJofficialpage
https://t.me/DDUMSJofficialpage

Dire Dawa University Muslim Students jeme'a

18 Oct, 04:52


السلام عليكم ورحمة الله وبركاته

ከዚህ በፊት የግንባታ package ነይታችሁ ገንዘብ ገቢ ያደረጋችሁ ሙሉ ስማችሁን በሚከተለው account እንድትልኩልን ስንል እንጠይቃለን::

👉
@ibnuaman

ለበለጠ መረጃ : 0910496393

Dire Dawa University Muslim Students jeme'a

17 Oct, 10:25


{۞ إِلَىٰ رَبِّكَ مُنتَهَاهَا }

{Dhumni beekumsaa gara Rabbiiti}

Rabbiin akka dhuma(xumura) keenya nuuf bareechun kadhadha.

Haala yeroo...
DDUMSJ©

https://t.me/DDUMSJofficialpage
https://t.me/DDUMSJofficialpage
https://t.me/DDUMSJofficialpage

Dire Dawa University Muslim Students jeme'a

17 Oct, 10:25


الإسلام دين كامل ولا يحتج إلى إضافة Islaamummaan amantii guutuu dha waan dabalataatti hin haajomu

Obboleewwan koo jaalatamoo nuti muslimtoonni yeroo lafa kana irra jiraannu tokkoon tokkoon jireenya keenya irratti waan Islaamummaan nu barsiisutti dalaguun dirqama nurra jiru dha. Jireenya keenya haala Qur'aanaa fi karaa Nabiyyii sallalahu aleyhi wasalam hordofeen adeemsifachuu qabna. Alhamdulillah! Amantiin keenya tokoon tokkoon kutaale jireenya keenyaa irratti akkamitti akka deemuu qabnu ifa godhee nuuf kaa'eera.

{۞ الْيَوْمَ أَكْمَلْتُ لَكُمْ دِينَكُمْ وَأَتْمَمْتُ عَلَيْكُمْ نِعْمَتِي وَرَضِيتُ لَكُمُ الْإِسْلَامَ دِينًا }
{Guyyaa har'a isiiniif guuteen jira amantii (Diinii) keessan.Ammallee qanani(tola) kiyya isin irratti guuteen jira. Isiiniif jaalladheetin jira isliminnaa amantii isiniif ta'uutti }

Amantii akkasittin guutame qabna.

Barataa tahuu keenyaa waliin jireenya gibbii keessatti wantoonni heddun nu mudachu (Qunnamu) dandaha. Gaariis badaas hundayyuu gibbii keessatti ni arganna.

Hundumti keenya barataa muslimaa tahuu keenyaan waan badaa irraa ofi qusachuu qabna. Keessaafu bakka nu hin madaalle kan akka bakkeewan dhiirri fi dhalaan walitti laaqaman (makaman) (Iktilaaxa ) irraa fagaachuu nurra jira.
Sababoota garaagaraatin bakkeewan dhiirris dhalaanis haala gadhiisaa (hadiyyoo) taheen dalaga jibbamaa irratti kufanii argamanitti barattuu musliimaas taatee barataan musliimaa gonkumaa bakka badaa akkasiitti argamuun nurraa hin eegamu.

Muslimni gochaa akanaa irraa kan fagaate dha. Keessafuu baakkeewwan dalagaan hadiyyoon (badaan) miira keessa bahee itti dalagamu amantii qofaan osoo hin taanee aadaadhaanis kan balaaleffatamu dha.
Akkamiin bakka duuriyyeen Haala kamiin intala shamarranii kabajaa isii fudhadha jedhee yaadee dhiphatu itti argamuutti  mee akkamumatti deemama obboleettii koo kabajamtuu????? Hangam tokko yaada dhabuu dha??? Hangam gadi ofi buusuu dha??

Silaa Kan jedhame akkas ture.....

{ ۞قُل لِّلْمُؤْمِنِينَ يَغُضُّوا مِنْ أَبْصَارِهِمْ وَيَحْفَظُوا فُرُوجَهُمْ ۚ ذَٰلِكَ أَزْكَىٰ لَهُمْ ۗ إِنَّ اللَّهَ خَبِيرٌ بِمَا يَصْنَعُونَ }

{Jedhi mu'mintoota dhiiraatiin ija jaraa gadi haa qabatanuu. Haa tikfatanuu qaama saalaa jaraa . Santu jaraaf irra caalaa dha Rabbiin keessa beekaadha waan jarri hojjettan.


Ija isaanii gadi ha qabatan!!!

Amma ija gadi qabuun hafee inumaa bunaaf shaayi sababa taasifachuun toonii dhaan bahuu (sa'aan salaataa hin jiru), GC Birthday, Color Day, Half lLife, Guyyaa 100ffaa, Guyyaa 50ffaa..... Jechuun bakka deemuu dhiisii maqaan keenya achitti kahuun isaa hin tolletti gadi buune argamna. Altokko tokko yoo hubanne kaafirri iyyu bakka sana ooluu irraa kan qaanfatu nuti bakka san oollaa (argamna). Kan Qaanfachuu fi irraa deebi'uu nurraa eegama.


Maalif? maalif jennee? Maaltu akka nurraa hin hafneefi?

"Hiryoonni jarri sun maal naan jedhu natti mufatanii jechuu " yoo tahe deebisaan isaa ofi keenyaa eessa akka jirru ilaaluun ofi gaafachuu dha.


Kabajaa keenya gadi buusnee amantii keenya rakafsisne doodoo waan hundatti kan dhabe tahuu hin qabnu. Ammuma irraa eegallee waan akkasii irraa fagaannee gara waan gaariitti deebi'uudha qabna.

Gara masjiidaa Gara darsii osoo deebinee obbolaa nu madaalan  duniyaa qofaaf utuu hin taane dalagaa gaarii Aakiraaf nu fayyadu irratti kan nu jajjabeesan hiryaa, obboleessaafi obboleettii arganna.

Haalli amma irra jirru irraa qaanfachuun waan gaarii irraa fagaachuu hin qabnu yoo akkas hin tahin  dogongora biraatu ida'ama (dabalama). Kana dura yeroo obboleeyyan keenya  waan keyiriitti nu yaadachiisuuf yaalan deebisaa gaarii hin deebisneef tahuu mala. Kun hundinuu amma irratti nu dangessuu (duubatti nu deebisuu)hin qabu. ulaan keyirii ammas banaa dha. Garuu Yoom akka nurraa cufamu hin beeknu.


Adaraa adaraa obboleewwan......Adaraa! Oolmaa keenya haa bareeffannu. Hiryaas haa filannu. Hiryaa kan nuuf tahan hedduun ni jiru kan masjiida dhaqan akkasuma kan darsii hordofan. Obboleettii ko obboleeyyan hedduu (baay'ee) kan hijaaba isaaniin bareedanii kabajaa isaanii eeggatan  siif jiru. Itti dhiyaattee  fayyadamuun kan keeti.

Dire Dawa University Muslim Students jeme'a

17 Oct, 10:24


الإسلام دين كامل ولا يحتاج إلى إضافة| እስልምና ሙሉ የሆነ እምነት ነው ጭማሪን አይፈልግም

ውድ ወንድም እህቶቼ እኛ ሙስሊሞች እዚህ ምድር ላይ ስንኖር በ እያንዳንዱ ሕይወታች ላይ የእስልምናን አስተምህሮቶች ልንተገብር ግድ ይለናል:: ቁርአንን እና የመልክተኛውን ﷺ መንገድ በተከተለ መልኩ ሕይወታችንን ልንመራ ይገባናል:: አልሃምዱሊላህ! እስልምናችን በእያንዳንዱ የ ሕይወት ክፍል ላይ ወዴት መሄድ እንዳለብን ግልጽ እና ፍንትው ባለ መልኩ አስቀምጦልናል::

{۞ الْيَوْمَ أَكْمَلْتُ لَكُمْ دِينَكُمْ وَأَتْمَمْتُ عَلَيْكُمْ نِعْمَتِي وَرَضِيتُ لَكُمُ الْإِسْلَامَ دِينًا }

{ ዛሬ ሃይማኖታችሁን ለናንተ ሞላሁላችሁ፡፡ ጸጋዬንም በናንተ ላይ ፈጸምኩ፡፡ ለእናንተም ኢስላምን ከሃይማኖት በኩል ወደድኩ፡፡ }

ይህን የመሰለ ሙሉ ሃይማኖት ነው ያለን::

ተማሪ እንደመሆናችን በግቢ ሕይወታችን ብዙ ነገር ያጋጥመናል:: መልካሙንም መጥፎውንም ሁሉንም ነገር ግቢ ውስጥ እናገኛለን::

ሁላችንም እንደ ሙስሊም ተማሪ ከ መጥፎው ነገር ራሳችንን ልንቆጥብ ይገባናል:: በተለይ ራሳችንን ካልተገባ የ ወንድ እና ሴት ቅልቅል ልናርቅ ይገባል:: በተለያየ ምክንያት እንደዚህ አይነት ቦታ ላይ ልቅ በሆነ መልኩ ወንዱም ሴቱም በተገኘበት ላልተገባ ተግባር ራስን በመጣል መውደቅ እንደ ሙስሊም ወንድ እንደ ሙስሊም ሴት ከእኛ አይጠበቅም::

ሙስሊም ከ እንዲህ አይነቱ ተግባር የራቀ ነው:: በተለይ ደግሞ እንዲህ ባለ በ ሃይማኖት ብቻ ሳይሆን በ ባህልም የተወገዘ አንዳንድ ከ ሰዋዊነት ወጣ ያለ ተግባር የ ሚከናወንበት ቦታ ላይ መገኘት ፍፁም መጥፎ ነው:: ሴትን ልጅ እንዴት አድርጎ ክብሯን መውሰድ እንዳለበት ሲያጠና እና ሲዘጋጅ የቆየ ጎረምሳ የሚገኝበት ቦታ ላይ እንዴትስ ተብሎ ይኼዳል የኔ ውድ እህት??? ምን ያህልስ በቃላት ብትሸነግይ ነው???

የተባለውማ እኮ እንዲህ ነበር ...

{ ۞قُل لِّلْمُؤْمِنِينَ يَغُضُّوا مِنْ أَبْصَارِهِمْ وَيَحْفَظُوا فُرُوجَهُمْ ۚ ذَٰلِكَ أَزْكَىٰ لَهُمْ ۗ إِنَّ اللَّهَ خَبِيرٌ بِمَا يَصْنَعُونَ }

ለምእመናን ንገራቸው፡- ዓይኖቻቸውን (ያልተፈቀደን ከማየት) ይከልክሉ፤ ብልቶቻቸውንም ይጠብቁ፤ ይህ ለነሱ የተሻለ ነው፤ አላህ በሚሠሩት ሁሉ ውስጥ ዐዋቂ ነው፡፡

... አይናቸውን ይስበሩ!

አሁንስ, አይን መስበሩ ቀርቶ በሆነው ባልሆነው ሻይ ቡና በ ቶኒ (ሰላት ሰዓት የለ ምን የለ ) , GC Birth Day, Color Day, Half Life, 100ኛ ቀን, 50ኛ ቀን,... ወዘተ እያልን እንኩዋን መሄድ ስማችን ሊነሳበት ማይገባን ቦታ ላይ ወርደን እንገኛለን:: አንድ አንዴማ እንደው ካስተዋልን ካፊሮች እንኩዋን የማይውሉበት እንውላለን:: ልናፍር እና ልንመለስ ይገባናል::

ለምን? ለማን ብለን? ምን እንዳይቀርብን?

" እነከሌ ጓደኞቻችን ቅር እንዳይላቸው/እንዳይደብራቸው " ከሆነ መልሳችን እራሳችንን መለስ ብለን የቆምንበትን ቦታ እንይ, እንገምግም::

ራሳችንን አዋርደን ዲናችንን ዝቅ አድርገን ከምንም ሳንሆን መቅረት የለብንም:: ሲሆን አሁኑኑ ራሳችንን ከእንደዚህ አይነት ሁኔታ አርቀን ራሳችንን ወደ መልካም ማቅረብ አለብን::

ወደ መስጅድ ወደ ደርስ ብንመጣ የሚመጥኑን መልካም የሆኑ ዱንያ ላይ ብቻ ሳይሆን ለነገ አኺራም የሚጠቅመን በሆነ ጥሩ ስራ ላይ የ ሚያግዙንን ወደ ጥሩ የሚያመላክቱንን ወንድም እህት የሆኑ ጓደኞችን እናፈራለን::

ምናልባት አሁን ያለንበት ሁኔታ አሳፍሮን ከመልካም ነገር መቅረት የለብንም አለዚያ ሌላ ስህተት ይሆናል:: ከዚህ በፊት ወንድሞቻችን እህቶቻችን ሊያስታውሱን ሲሞክሩ በመልካም አልመለስንም ይሆናል:: ይህ ሁሉ አሁን ሊይዘን አይገባም ወደመልካም ያለ በር አሁን ክፍት ነው:: መቼ ግን እንደሚዘጋብን አናቅም::

አደራ ወንድም እህቶቼ... አደራ! አዋዋላችንን እንምረጥ:: መስጅድ የሚሄዱ ደርስ የሚከታተሉ ብዙ ጓደኞች ሊሆኑን የሚችሉ አሉ:: በ ሂጃብ ተውበው ክብራቸውን ያስጠበቁ ብዙ እህቶች አሉሽ:: ጠጋ ብለህ ጠጋ ብለሽ መጠቀም ነው::


إِلَىٰ رَبِّكَ مُنتَهَاهَا }

{ (የዕውቀት) መጨረሻዋ ወደ ጌታህ ብቻ ነው፡፡ }

አላህ መጨረሻቸው ካማረላቸው እንዲያደርገን እማፀነዋለው::


ወቅታዊ...
DDUMSJ©

https://t.me/DDUMSJofficialpage
https://t.me/DDUMSJofficialpage
https://t.me/DDUMSJofficialpage

Dire Dawa University Muslim Students jeme'a

16 Oct, 06:16


فإنَّ الحياء من الإيمان | Qaanfii (yeelloon) Imaana irraayi
_

Hayaa, Hayaa, Hayaa ...

Eenyu irraa qaanfanna?

قال القرطبي رحمه الله تعالى: (مَن كَثُرَ مِنَ الله حَيَاؤُه، انْقَبَضَتْ نَفْسُهُ عَن مُجَاهَرَتِهِ بِالعِصْيَانِ).

📌Qurxubiin (Rabbiin rahamata ha godhuufi) akkas jedhan: "Namni Rabbi irraa qaanfachuu heddummaate lubbuun isaa dilii ifa baasani dalaguu irraa isa dhorkiti"

Eeyyee Waan hunda dura Rabbii keenya qulqullahe oli tahe irraa qaanfachu nurra jira. Akkamitti nama qaanfachuuf jecha daangaa Rabbii darbina?


{ ۞ يَسْتَخْفُونَ مِنَ النَّاسِ وَلَا يَسْتَخْفُونَ مِنَ اللَّهِ وَهُوَ مَعَهُمْ إِذْ يُبَيِّتُونَ مَا لَا يَرْضَىٰ مِنَ الْقَوْلِ ۚ وَكَانَ اللَّهُ بِمَا يَعْمَلُونَ مُحِيطًا }

👉 "Namarra ni dhokhatan ,Rabbirraa hin dhokatan haala inni isaanii wajjiin jiruun, yerooniifi isaan Bulfatan waan rabbiin jecharraa hin jaalanne Rabbiin waan isaan dalaganiin marsaadha beekkumsa isaatiin."

🔴 Kanaafuu yoo Namoota nu hin argine irraa kan Qaanfannu taate Rabbii keenya kan yeroo kam iyyuu nu argu irraa qaanfachuu maaltu nu dhorke?

قال أبو القاسم الحكيم رحمه الله تعالى: (مَن خافَ مِن شيءٍ هَرَبَ مِنْه، ومَنْ خَافَ مِن الله عزَّوجَلَّ هَرَبَ إِليهِ).

👉 Abalqaasimal Hakiim (Rabbiin Rahamata ha godhuuf) ni jedhe:
"Namni yeroo wayi sodaate waan san irraa ni dheessa Namni Rabbii jabaate oli tahe irraa sodaate ammoo gara isaatti baqata(dheessa) "

---

Obboleewwan koo Hayaa , Hayaa, Hayaa ...

Rabbiin yeella'u (qanfachuu) dhan badii irraa fagaannee gara keyiriitti akka deebinu hawwii kooti.

Kutaa 2...
DDUMSJ©

وَمَنْ يَتَّقِ اللَّهَ يَجْعَلْ لَهُ مَخْرَجًا

https://t.me/DDUMSJofficialpage
https://t.me/DDUMSJofficialpage
https://t.me/DDUMSJofficialpage

Dire Dawa University Muslim Students jeme'a

16 Oct, 06:16


فإنَّ الحياء من الإيمان | ሃያዕ ከ ኢማን ጭምርት ነው
_

ሃያዕ ሃያዕ ሃያዕ ...

ከማን ነው ሃያዕ የምናደርገው?

قال القرطبي رحمه الله تعالى: (مَن كَثُرَ مِنَ الله حَيَاؤُه، انْقَبَضَتْ نَفْسُهُ عَن مُجَاهَرَتِهِ بِالعِصْيَانِ).

📌 ቁርጡቢ አላህ ይዘንላቸውና እንዲህ ይላሉ :-
ከ አላህ ጋር ሃያዕው የበዛ ሰው ነፍስያው ወንጀልን በግልፅ ከመዳፈር ትቆጠባለች::


አዎን ከምንም ከማንም በፊት ታላቅ ሃያል ጥራት የተገባው ከሆነው አላህ ነው ሃያዕ ሊኖረን የሚገባው:: እንዴትስ ብለን ነው ከሰዎች ሀፍረት ይዞን የ አላህን ድንበር እምናልፈው?


{ ۞ يَسْتَخْفُونَ مِنَ النَّاسِ وَلَا يَسْتَخْفُونَ مِنَ اللَّهِ وَهُوَ مَعَهُمْ إِذْ يُبَيِّتُونَ مَا لَا يَرْضَىٰ مِنَ الْقَوْلِ ۚ وَكَانَ اللَّهُ بِمَا يَعْمَلُونَ مُحِيطًا }

👉 "ከሰው ይደበቃሉ፡፡ አላህም እርሱ (በዕውቀቱ) ከእነሱ ጋር ሲኾን ከንግግር የማይወደውን ነገር (በልቦቻቸው) በሚያሳድሩ ጊዜ (ከእርሱ) አይደበቁም፡፡ አላህም በሚሠሩት ሁሉ (በዕውቀቱ) ከባቢ ነው፡፡"


🔴 ታዲያ ብንደበቅ ከማያዩን ሰዎች እያፈርን ምን ጊዜም ከ ሚያየን ኃያሉ ጌታችን ሃያዕ ከ ማድረግ ምን ከለከለን?

قال أبو القاسم الحكيم رحمه الله تعالى: (مَن خافَ مِن شيءٍ هَرَبَ مِنْه، ومَنْ خَافَ مِن الله عزَّوجَلَّ هَرَبَ إِليهِ).

👉 አቡል ቃሲም አልሀኪም አላህ ይዘንላቸውና እንዲህ ይላሉ :- ከ አንዳች ነገር የፈራ የሆነ ሰው ከዛች ነገር ይሸሻል:: ከ አላህ የፈራ የሆነ አካል ደግሞ ወደ እርሱ አላህ ይሸሻል::

---

ወንድም እህቶቼ ሃያዕ, ሃያዕ, ሃያዕ ...

አላህን ሃያዕ አድርገው ከመጥፎ የሚከለከሉ ወደ መልካም የሚቀርቡ እንድንሆን ምኞቴ ነው::

ክፍል 2...
DDUMSJ©

وَمَنْ يَتَّقِ اللَّهَ يَجْعَلْ لَهُ مَخْرَجًا

https://t.me/DDUMSJofficialpage
https://t.me/DDUMSJofficialpage
https://t.me/DDUMSJofficialpage

Dire Dawa University Muslim Students jeme'a

14 Oct, 23:08


Tuhfetul atfal

Dire Dawa University Muslim Students jeme'a

14 Oct, 03:20


🔰 وَمَا خَلَقْتُ الْجِنَّ وَالْإِنْسَ إِلَّا لِيَعْبُدُونِ.

قال الحافظ ابن رجب رحمه الله: لا صلاح للقلوب حتى تستقر فيها معرفة الله، وعظمته، ومحبته، وخشيته، ومهابته، والتوكل عليه، وتمتلئُ من ذلك، وهذا هو حقيقة التوحيد، وهو معنى "لا إله إلا الله" فلا صلاح للقلوب حتى يكون إلهها الذي تألههُ، وتعرفُه، وتحبُّه، وتخشاهُ، هو الله وحده لا شريك له.

🟢 Haafiz ibni Rajab ni jedhe rabbi isa haa tiksu:Toliinsi hin jiru lubbuudhaaf amma isii keessatti sabatutti(ragga'utti)beekumsi Rabbii,guddinni isaa,jaalalli isaa,sodaan isaa,isarratti hirkachuu,kanaan amma guututti,kanatu haqiiqa tawuhidaati, kana hiikkaan laailaah illallah
Toliinsi hin jiru qalbiiwwaniif hanga ta'utti gabbaramaan isaa kan inni gabbaru,kan inni beeku,kan inni jaallatu,kan inni sodaatu , Rabbii tokkicha hiryaa(shariika)hin qabne hanga tahutti.



DDUMSJ©

https://t.me/DDUMSJofficialpage
https://t.me/DDUMSJofficialpage
https://t.me/DDUMSJofficialpage