Chercher

@chirosec


Chercher

22 Oct, 14:39


Grade 9 - Unit 1 - Episode 1

Chercher

20 Oct, 23:30


Qabxiin barsiisotaa leenjii gannaa gad lakkiifameera!
Dear , we are pleased to inform that, result for the summer teacher's capacity building training have been officially released.
Trainees can check their result by visiting  https://result.ethernet.edu.et and selecting the TDP option from the available list.

Chercher

20 Oct, 20:28


5 Key Points for Grade 12 Students:
Dear students, read and use these!
Key points must be read and followed!

Chercher

19 Oct, 15:25


English Worksheet on Pronouns and Verbs [PDF]
==by Million Abebe ====
☞ 55 Questins for grades 9-12 students!
1. Dear students, you may think you have good knowledge on pronouns and verbs!
2. Check your knowledge on these two areas doing these practice questions!
https://t.me/yesedu

Chercher

16 Oct, 15:18


Grade 9 Biology - Unit 1

Chercher

16 Oct, 14:18


Beeksiisa
Barattoota Mana barumsaa keenya hundaaf
Akkuma beekamuu mannii barumsaa keenya yeroo ammaa naamusa barattootaa sirreesuuf yaalii adda addaa gaggeessaa jira. Kanaafuu barattoonnii keenya guyyaa boru irraa egalee
1. Uniformii ufachuu
2.Waraqaa enyumaa harkatti qabachuu
3.Oraafachuu dhisuu
4. Rifeensa inchi 1 sirreeffachuu yoo sirreffachuu baatan mannii barumsaa tarkaanfii kan fudhatuu ta'uu.
5. Moraa mana barumsaa keessa asi fi achi dadeemuu dhisuu
6. Kitaaba isiniif keennamee golguu /sirnaan qabachuu/

Chercher

16 Oct, 12:09


Barataa Abdisaa Tofik Abdurehman kutaa 9T Biiroo lakk tokkoo barbaadamta waan ta'eef akka argamtuu

Chercher

16 Oct, 09:58


Mannii barumsaa keenya barataa fakeenya ta'an kan akkanaa qaba barsiisaa jalaa Mobaayila badee mana barumsaatti argamuun akka deebi'uuf kan godhee fi fakeenya baratootaafi hawaasa mana barumsaaf kan ta'ee dha.

Chercher

15 Oct, 13:46


Beeksiisa
Barattoota Maqaan keessan armaan gaditti baraa'ee boru ganama sa'aa 2:30 biiroo lakk.1 ni barbaadamtuu
1. Samuel Dinberu
2. Kirubel Getu
3. Kal Hailu

Chercher

15 Oct, 02:11


FOR GRADE 12 STUDENTS!

2017/2024: English Answers for
Worksheet: G-12 Entrance Exam Questions (English: Ethiopia) on:
☞ Tenses
☞ Adverbial Clauses of Time
☞ Subject Verb Agreement
☞ Active & Passive Voices
======
By Million Abebe (Masters in English and B. Ed. Degree in Pedagogy)

Note:
Totally, 85 questions have been posted on the above 4 areas (on our Telegram: "Yes Supportive Education": https://t.me/yesedu)!
1. 60 Questions (all are G-12: Entrance Exam: Ethiopia); including 2016/2024 Exam; for which the above answers are posted!
You can get these, on the next link ☞:
https://t.me/yesedu/1168
2. 25 Questions (most are G-12: Entrance Exam: Ethiopia)
You can also get these, on the next link ☞:
https://t.me/yesedu/1161

Chercher

14 Oct, 18:48


🔊 Beeksiisa : Filannoo Yunivarsitii Barattoota dhuunfaaf (Private)
Osoo formii hin guutiin dura odeeffannoo keessan Linkii (unka) armaan gadii irratti of eggannoon guutanii Submit akka gootan cimsinee isin hubachifna. Yoo hin guunne filannoo yunivarsitii gochuu kan hin dandeenye ta'uu isin hubachisaa.
Guyyaa Kibxata 5/2/17 Sa'aa 8:00 irraa kaasee filannoo kan gaggeesitan ta'uu isin beeksifna.
https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLSc7K_Eri-NN_0i-NyqUF98GpI6_ltMSyBIGjQzgGKfqIYHGdA/viewform?usp=pp_url