MAK yuunivarsitii @macafaanoromo Channel on Telegram

MAK yuunivarsitii

@macafaanoromo


Odeeffaannoo haaraawwaa biyyaa keessaa fi biyyootaa alaa

MAC Afaan Oromo (Afaan Oromo)

MAC Afaan Oromo jedhu odeeffaannoo haaraawwaa biyyaa keessaa fi biyyootaa alaa. Kan jedhuun afaan Oromoo afaan hojiiwwan keessaa argatanii yoo ta'u, odeeffannoo haaraa biyyaa keessaa fi biyyootaa alaa keessatti argamuu danda'a. Channel-n kan akka MAC Afaan Oromotiif ta'u, odeeffannoo haaraa fi gargaarsaafi sodaatamaan kan biroo gidduu siyaasaa fi kormaafi gadaa mooraa naannaa fi naannolee Oromiyaa keessaa yoo ta'u, odeeffannoo haaraa keessaa fi biyyootaa alaa kan biroo isaa guyyaa guutuu fi loltoota hunda galeessaafi heddummaa, odeeffannoo haaraa fi sodaatamaan biyyaa keessaa keessatti argamuu danda'a. MAC Afaan Oromo jedhu, odeeffannoo haaraa biyyaa keessaa fi biyyootaa alaa eenyuuf? Yoo odeeffaannoo haaraa biyyaa keessaa fi biyyootaa alaa bara 2021 raawwate, kan biroo isaa booda odeeffaannoo haaraa keessaafi kan biyyootaa alaa keessatti argamuu yoo danda'a. Mac Afaan Oromo kan jedhu odeeffaannoo haaraa fi sodaatamaa biyyaa keessaa fi biyyootaa alaa keessatti argamuu danda'a. MAC Afaan Oromo jedhu odeeffaannoo haaraa biyyaa keessaa fi biyyootaa alaa keessatti argamuu danda'a. Kan jedhuun afaan Oromoo afaan hojiiwwan keessaa argatanii yoo ta'u, odeeffannoo haaraa biyyaa keessaa fi biyyootaa alaa keessatti argamuu danda'a. Channel-n kan akka MAC Afaan Oromotiif ta'u, odeeffannoo haaraa fi gargaarsaafi sodaatamaan kan biroo gidduu siyaasaa fi kormaafi gadaa mooraa naannaa fi naannolee Oromiyaa keessaa yoo ta'u, odeeffannoo haaraa keessaa fi biyyootaa alaa kan biroo isaa guyyaa guutuu fi loltoota hunda galeessaafi heddummaa, odeeffannoo haaraa fi sodaatamaan biyyaa keessaa keessatti argamuu danda'a. MAC Afaan Oromo jedhu, odeeffannoo haaraa biyyaa keessaa fi biyyootaa alaa eenyuuf? Yoo odeeffaannoo haaraa biyyaa keessaa fi biyyootaa alaa bara 2021 raawwate, kan biroo isaa booda odeeffaannoo haaraa keessaafi kan biyyootaa alaa keessatti argamuu yoo danda'a. Mac Afaan Oromo kan jedhu odeeffaannoo haaraa fi sodaatamaa biyyaa keessaa fi biyyootaa alaa keessatti argamuu danda'a.

MAK yuunivarsitii

11 Nov, 11:51


Waamicha, beeksisa dhaabbilee barnoota olaanoofi dhaabbata barnootaan walqabatan maraa akkasumas odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/Mediashow43

MAK yuunivarsitii

06 Nov, 12:18


Start gochu bichan mallaqaa argaadhaa

MAK yuunivarsitii

06 Nov, 11:37


https://t.me/Ethiopian_2024_Bot?start=r03725260145 START GOCHUN AMUMAA KANAA MALLQAA ARGAADHA

MAK yuunivarsitii

06 Nov, 06:42


#Waamicha
#Yuunivarsiitii_Jijjigaa

๐Ÿ””Barttoota Haaraa(Freshman) Bara 2017 Fi Barattoota Sagantaa Fooyya'iinsaa Hundaaf Guyyaa Galmee Sadaasa 4-6/2017 Akka Ta'e Beeksiseera.

Yeroo Gara Mooraa dhuftan Waantota Qabachuu Qabdan waantota Qabachuu Qabdan.

โœ”๏ธRagaa Barnootaa Kutaa 8ffaa hanga 12ffaa Orjinaalaaf Koppii
โœ”๏ธ
โœ”๏ธSuura Gabaabaa 8
โœ”๏ธUffata Halkanii,Uffata Boraatii
โœ”๏ธHidhannoo Sport Qabatanii Dhiyaachuu Qabdu.

MAK yuunivarsitii

05 Nov, 03:37


#Waamichaa
#Yuunivarsiitii_Haramayyaa

Yuunivarsiitiin Haramayyaa Waamicha Taasisee jira.

MAK yuunivarsitii

05 Nov, 03:37


#Waamicha
Yuunivarsiitii Hawaasaa

Yuunivarsiitiin Hawaasaa yeroon galmee barattoota haaraa sagantaa digrii idilee bara 2017 ramadamaniif Sadaasa 09-10/2017 akka taโ€™e ni beeksiseera.

Bakka Galmee: Barattoota saayinsii uumamaa mooraa guddicha keessatti
Saayinsii Hawaasaa Inistiitiyuutii Teeknooloojii

Barattoonni yeroo gara yunivarsiitii dhufan kanneen armaan gadii qabatanii deemuun dirqama.

Orijinaala fi kooppii buโ€™aa qormaata xumuraa kutaa 12ffaa;
Orijinaala fi kooppii tiraanskriiptii kutaa 9ffaa-12ffaa
Suuraalee Gabaabaa afur.

Uffata Boraatii Ansoolaa  fi Hidhannoo ispoortii.

Barattoota guyyaa murtaaโ€™e dura ykn booda dhufan akka hin keessummeessine cimsinee beeksifna.

Waajjira Galmeessaa Yuunivarsiitii Hawaasaa

MAK yuunivarsitii

04 Nov, 16:13


Ramaddiin barattoota sagantaa fooyya'iinsaa(Remediyaalii) ifoome.

Bara barnootaa 2016tti barattoota qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhachuun qabxii seensaa sagantaa fooyya'iinsaa fidaniif ramaddiin ifoomeera.

Haaluma kanaan barattoonni remediyaalii:-

Marsariitii: https://placement.ethernet.edu.et 

Telegraamiidhaan:- https://t.me/moestudentbot irratti ilaaluu akka dandeettan ministeerri barnoota beeksisee jira.

Barattoonni akkaataa waamicha dhaabbilee irraa bahuun sagantaa remediyaalii akka hordofan dhaamameera.

Ministeerri Barnootaa gaaffii jijjiirraa dhaabbataa akka hin fudhanne ibseera.

MAK yuunivarsitii

03 Nov, 17:46


Daandiin qilleensichaa Xiyyaara Afrikaatti kan jalqabaa ta'e A350 - 1000 guyyaa lama booda ni fudhata

Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Xiyyaara Imaltoota Afrikaatti kan jalqabaa ta'e A350 - 1000 jedhamu guyyaa lama booda ni fudhata.

Daandiin qilleensichaa Xiyyaarri Dhaabbata Eer Baasirraa fudhatu "Ethiopia Land of Originsโ€ jedhamuun moggaafame kun akka Afrikaatti akaakuun kan jalqaabaati jedhame.

MAK yuunivarsitii

01 Nov, 10:44


โ€˜Xiyyaarri Itoophiyaa balaliidhaaf qilleensa Eertiraa akka hin fayyadamne hin dhorkamneโ€™ - Daandii Qilleensa Itoophiyaa

Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa qilleensa Eertiraa irratti akka hin balaliine dhorkameera jedhamee odeeffannoon tamsa'aa jiru soba ta'uufi ammallee balalii idileef qilleesa Eertiraa fayyadamaa jiraachuu beeksise.

Daandiin qilleensichaa balaliidhaaf qilleensaa Eertiraa akka fayyadamu Abbaa Taayitaa Siviil Aviyeeshinii Eertiraa irraa hayyamni kan laatameef taโ€™uufi naannoo qilleensaa kana balalii idileef akka fayyadamaa jiru mirkaneesseera.

Haaluma kanaan dhimmicha ilaalchisee odeeffannoon marsaalee hawaasaa irratti naannaโ€™aa jiru dogoggora taโ€™uu daandiin qilleensichi ibseera. #AS

MAK yuunivarsitii

31 Oct, 07:20


#KITAABILEE ADDA ADDA FI  ODDEEFFAANNOO WAA'EE UNIVERSITY BARATTOOTAAF  HALAA SALPHAAN AKKA ISIIN DHAQAABUUF LINK ASI GADII KANAA JOIN GODHA.       
1.all exit exam  
2.freshman course note
3.account  note  exit exam
4.pharmacy note. exit exam
5.computer science note  exit exam
 6. Medical laboratory
โž› Medwifery exit exam
โž› Nurse exit exam
โž› Health officer exit exam
โž› pharmacy  exit exam
โž› Accounting and economic exit exam
โž› level 1 - level 4 exit exam
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/Mediashow43

MAK yuunivarsitii

16 Oct, 04:09


https://t.me/LuckyDrawMasterBot/app?startapp=Y2g9a1FqOXh2SFI3RyZnPXNwJmw9a1FqOXh2SFI3RyZzbz1TaGFyZSZ1PTYzMjk3MTYxODI=
๐Ÿ’ฅ I've already won $1.13!

โ˜๏ธClick the link to help me win more!

๐Ÿ’ฐ 100% real withdrawals, instant payout

๐Ÿ“ข No investment required

MAK yuunivarsitii

14 Oct, 11:32


๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡https://www.goldwinow.com/sign/up?invite_code=6292703

MAK yuunivarsitii

12 Oct, 14:48


Register godha namoonni hin galmoofnee

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://www.goldwinow.com/sign/up?invite_code=6292703



Galmaahuu qofan birri 100 Argatuu namoonnii hin galmoofnee amumaa kanaa galmahaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Ergaa galmooftani boodaa " invest " kan jedhu "click" gootu

MAK yuunivarsitii

12 Oct, 14:18


Register now

https://www.goldwinow.com/sign/up?invite_code=6292703

MAK yuunivarsitii

12 Oct, 10:43


#Yuunivarsiitii BuleeHoraa

Yuunivarsiitiin Bulle Horaa barattoota idilee fi bara 2016 qabxi Riimidiyaalii  argaatan waamicha taasise jira.

Kanaafuu, barattoota sagantaa Riimidiyaalii  bara 2016 argaatan, akkasumas barattoota idilee digirii jalqabaa fi digirii lammaffaa jiraniif galmeen bara barnootaa 2017 Onkoloolessa 11 fi 12/2017 akka gaggeeffamu ibseera.

MAK yuunivarsitii

10 Oct, 17:14


#KITAABILEE ADDA ADDA FI  ODDEEFFAANNOO WAA'EE UNIVERSITY BARATTOOTAAF  HALAA SALPHAAN AKKA ISIIN DHAQAABUUF LINK ASI GADII KANAA JOIN GODHA.       
1.all exit exam  
2.freshman course note
3.account  note  exit exam
4.pharmacy note. exit exam
5.computer science note  exit exam
 6. Medical laboratory
โž› Medwifery exit exam
โž› Nurse exit exam
โž› Health officer exit exam
โž› pharmacy  exit exam
โž› Accounting and economic exit exam
โž› level 1 - level 4 exit exam
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/Mediashow43

1,174

subscribers

589

photos

3

videos