Labata Magazine

@labatamagazine


⚖️ Har'a qalbiin jiraachaa; Boriif yaadaan qophoofna !
Og-barruu Saba guddaa gaanfa Afrikaa; Saba Oromoo keessatti ga'ee isaa taphachuuf hojjeta!

️Irratti hirmaachuu kan feetan
👉 @eliyasafa barruu filatamaa ta'een qooda fudhaa.

Labata Magazine

17 Sep, 17:37


🎁 🚩🚩🚩🎁
ROCK PHOTO🔺
🔺Golden Touch.....
Color Your Life! We Will "Rock" You!
The Beauty From Nature🔺
💠 Order now
💻
                    📞
+251937742636
                    📞
+251937191916
 📸
@Labataprinting😀

Labata Magazine

03 Apr, 13:06


https://www.youtube.com/shorts/yvJmx3G08Uc

Labata Magazine

03 Apr, 13:05


https://www.youtube.com/shorts/uj0bC1gYOzE

Labata Magazine

02 Apr, 09:55


https://www.youtube.com/shorts/Y5L6VTDOdi8

Labata Magazine

30 Mar, 05:57


https://vm.tiktok.com/ZMMPCQb9s/

Labata Magazine

08 Feb, 15:58


Godaambaa Labataa
Kutaa 1ffaa
https://www.tiktok.com/@eliyasefa/video/7333256913100016901?is_from_webapp=1&sender_device=pc&web_id=7329843480196843013

Labata Magazine

02 Dec, 18:07


⚖️ Har'a qalbiin jiraachaa; Boriif yaadaan qophoofna !

Labata Magazine

02 Dec, 18:06


❤️

Labata Magazine

15 Jul, 04:31


TRAINING PROGRAM

BRIDGE INTERNATIONAL COLLAGE

Short Term Course On Web Development and Graphic Design

"Elevate your skills, Ignite your imagination, Invest in your Future: Dive into summer Coding and Graphics Training program"

Register Now
Duration: Two months
Location: Burayu, beside of the City Administration
For more contact us:
+251937742636
+251921179292

@Labatamagazine

Labata Magazine

25 Jun, 12:10


https://www.youtube.com/watch?v=LuzwLF007Gc

Labata Magazine

25 Jun, 12:01


Siidaan Artiist Alii Birraa eebbifame.
Waxabajji 25/2023 Finfinnee
Siidaan Dooktara Kabajaa Artiist Alii Birraa eebbifame.
Siidaan Artiistichaa Magaala Finfinnee Kutaa Magaala Nifas Silki Laftoo Naanawa Haayilee Gaarmantitti bakka Kantiibaan Bulchiinaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee, ministiroonnii fi aanga'ootni Olaanoo Federaalaa fi magaalattii argamanitti eebbifameera.
Siidaasaarratti ergaan:
“Rabbi moo namumaa
Kan seera jallisee?
Haati teenya takkaa
Maaltu addaan nu baasee?” jedhu ni argama.
Odeeffannoowwan dabalataa kanneen biroo argachuuf👇
@Labatamagazine
@Labatamagazine

Labata Magazine

24 Feb, 04:15


Labata Magazine
Maxxansa 13ffaa

Monthly Afaan Oromoo Digital Magazine 13th Edition.
@labatamagazine
@labatamagazine

Labata Magazine

31 Oct, 13:07


@labatamagazine
@labatamagazine

Labata Magazine

10 Sep, 13:43


#KITAABA ASOOSAMAA #DHIIGA_KOO MAXXANSI 2FFAAN KUNOOTI!

Kitaaba Asoosamaa ''DHIIGAKOO!''
Eeyyee! Namoonni baayyeen akka kitaaba kana hinarganne sirriittin beeka. Waggaa Afur(4) dura ture kitaabni kun #copy muraasni isaa kan maxxansifamee magaalaa Naqamteetti haala ulfaataa keessatti eebbifame. Haata'u malee, #copy baayyee muraasa waan ta'eef namoota hedduu bira, bakka hedduuttis osoo hin raabsamiin gabaarraa dhume. Yeroo sana namoonni kitaaba kana argatanii dubbisan yaadaafi qeeqa akkasumas gorsa naaf laachaa turan ammallee irra deebi'ee galateeffachuun barbaada.
Maarreegaa! Jaallattoota ogbarruu Oromoo ammas kunoo, kitaaba asoosamaa ''DHIIGAKOO!'' namoota hedduu bira waan hingeenyeef gulaallii 2ffaa isaa maxxansiisuun dirqama natti ta'e. Waan hedduu fooyyessee, gulaala 2ffaa isaa yeroo dhiyootti isin bira gaha.
Ulfaadhaa!
#Barreessuuf_dubbisuun_itti fufa.
✍️ Abdii Margaa


@labatamagazine
@labatamagazine

Labata Magazine

29 Jul, 18:52


ɪғᴀ ᴊɪʀᴇᴇɴʏᴀᴋᴏᴏ💡

Nama keessaa-alatti yaaduuf qabxileen jiraachuu isaaf sababa ta'an waan inni fudhatu miti waan inni kennudha.
Baay'een keenya waan ta'uu qabnu beekna; akkamitti gaaffii jedhuuf yoo jireenyaan leenjifamne malee kan hojjechuun nuuf ta'u beekuun qofti kitaaba qajeelfama sirrii qabate malee jireenya sirriitti jiraatame waan bakka hin buuneef leenjifamuun dirqama.

Maalumaafuu, hojii Waaqni Siin ilmaan namootaaf hojjechuu jaallatetti abdii hin kutiin malee jireenyikee Ifa ilmaan namootaa ni ta'a.
"ʏᴏᴏ ᴀᴛɪ ᴏғɪɪғ ʜɪɴ ᴛᴀᴀɴᴇ; ᴇᴇɴʏᴜ ᴀᴋᴋᴀ ʏᴀᴀᴅᴅᴜ sɪɪғ ᴛᴀ'ᴀ, ᴊɪʀᴀᴀᴄʜᴜᴜɴ ᴋᴇᴇ ɴᴀᴍᴏᴏᴛᴀ ʙɪʀᴏᴏғ ʏᴏᴏɴ ᴛᴀᴀɴᴇ ʙᴜ'ᴀ-ǫᴀʙᴇᴇssᴜᴍᴍᴀᴀɴ ᴋᴇ ᴍᴀᴀʟɪ" ?

Jecha Jeneraalli waraanaa dubbate tokko na dhiba !
"Waraanatti osoo hin galiin dura of-ittisaa akkamiin diina rukutuu akka dandeenyu sirriitti karoorsina. Erga waraanatti seennee garuu karoorri keenyaaf waanti nu mudatu wal hin fakkaatu, karoorri baafne homaa akka nun fayyadne argina. Yeroo utuu hin gubiin karoora haaraa dhugaa keessa jirru fakkaatuun lola itti fufna" jedhe.

Jireenya keenyaanis wantoota arguuf karoorsine caalaa taatewwan haaraa hin eegamne argineerra.
Karoora haaraa baasuufis hamilee hin dhabne. Jireenyi Ifa ilmaan namootaa ta’uuf uumame haalota jala dhokachuun waanuma hin tolle !
Leenjifamnee ol jennee jiraachuun murtoo irra hin deebi'amne !

@labatamagazine
@labatamagazine

Labata Magazine

13 Jul, 14:28


⚖️ Har'a qalbiin jiraachaa; Boriif yaadaan qophoofna !
Og-barruu Saba guddaa gaanfa Afrikaa; Saba Oromoo keessatti ga'ee isaa taphachuuf hojjeta!

️Irratti hirmaachuu kan feetan barruu filatamaa ta'een qooda fudhaa.

@labatamagazine
@labatamagazine