ፍቅሬን በ ግጥም

@burqaajaalalaa


@Burqaa43

ፍቅሬን በ ግጥም

22 Oct, 19:31


🤍💞  ይቆጨኝ ነበረ  💞🤍


ከፍቅርክ ከፍታ ላፍቃሪ ከራቀው
ኩራት ከውበት ጋር ከተደባለቀው
ከሚታየው ርቆ የዝናህ ቅርንጫፍ
ከጥላቻህ አናት ከመፈቀርህ ጫፍ
              አላፈቅርም ብለህ
             አልወድሽም ብለህ
       እንኩዋን ገፈተርከው
         እንኩዋን መሬት ጣልከው
እንኩዋንም ባንተ እጅ ልቤ ተሰበረ
ባላፈቅርህ ኑሮ ይቆጨኝ ነበረ💕



       ,,,,,,,,,,,,🌹🌹🌹,,,,,,,,,,,
                  •═•••♥️🍃🌺🍃♥️•••═
     

ፍቅሬን በ ግጥም

17 Oct, 16:48


❤️‍🔥ጓጉቻለሁ ፍቅሬ💓

ጓጉቻለሁ የምር፣
ሽክ ብለህ እምር፣
ስትመጣ ወደ'ኔ፣
ባንተ ድምቀት ምክንያት
ሲፈካልኝ ቀኔ፣
እንደ ወጣቶቹ እስካይህ ዘንጠህ፣
በሱሪ በሸሚዝ በካፖርት አጊጠህ፣
ወይ እንደ አባቶችህ ጋቢና ከዘራ፣
ሰው ሰው እስክትሸተኝ ነብስ እስክትዘራ፣

ጓጉቻለሁ በጣም....
ልክ እንደ ክርስቶስ....
ባይኖርህ ትንሳኤ በሶስተኛዋ ቀን፣
ትመጣለህ በሚል እየዎዘዎዘኝ
የናፍቆት ሰቀቀን፣
መቃብር ፈንቅለህ
እስካገኝህ ባካል፣
ስንት አመት ይፈጃል መቼላይ ይሳካል፣
እላለሁ....
ሁልጊዜ እብሰለሰላለሁ....

ግን እባክህ ፍቅሬ....
ባቆሰልኩት ፊቴ በደራረብኩት ማቅ፣
ንገረኝ መምጫህን ትንሳኤህን እንዳቅ፣

በቅርቡ ከመጣህ ሳይደክም ጉልበቴ ፣
እቀበልሀለሁ ደግሼ ከበቴ፣
ምናልባት ከሆነ ....
ለመምጣት ያሰብከው....
አመታት ተቆጥሮ ዘመንን ሲገፋ፣
እንዳንጠፋፋ....
እኔው እመጣለሁ ጠብቀኝ አትልፋ።

#SHARE FOR YOUR FRIENDS💘

ፍቅሬን በ ግጥም

14 Oct, 17:42


Enjoy our content? Advertise on this channel and reach a highly engaged audience! 👉🏻

It's easy with Telega.io. As the leading platform for native ads and integrations on Telegram, it provides user-friendly and efficient tools for quick and automated ad launches.

⚡️ Place your ad here in three simple steps:

1 Sign up

2 Top up the balance in a convenient way

3 Create your advertising post

If your ad aligns with our content, we’ll gladly publish it.

Start your promotion journey now!

ፍቅሬን በ ግጥም

13 Oct, 10:53


በርግጥ ናፍቀኸኛል
..............................

ግን ግን አንተን ማግኘት ማለት፡
በጠራራ ፀሀይ እሳት እንደማንደድ፡
ከሙሽሮች መሀል ሙሾ እንደመውረድ።

እየሄድኩ በመታኝ እንቅፋት መደገም፡
ከመስጊድ ደጃፍ ላይ አማትቦ መሳለም።

የኔ መንገድ ካንተ  እንዲህ  ነው ተቃርኖ፡
በናፍቆት መዳፍ ላይ  መኖር ንፋስ ዘግኖ።

       🦋🙏ከወደዱት ሼር🙏🦋

ፍቅሬን በ ግጥም

09 Oct, 05:52


❤️   ከመሸ መጣሽ  ❤️


ከመሸ መጣሽ

ከመሸ ...
ቀናቴ ከሸሸ
ትዝታሽ ከራቀኝ
ህመም ከተሻለኝ
ሲዘነጋኝ መልክሽ 
ተተረሳኝ ድምፅሽ
ከመሸ መጣሽ
ከመሸ ...
ቅስሜ ከሟሸሸ
እንደ ጋሪ ፈረስ 
የኋላው ተጋርዶኝ ..
ታሪክሽ ሰይጣኑ
ጠበል ተረጭቶበት
እየጮኸ ለቆኝ ..
ሀሞቴ ሲመርር 
ኮሶ ሲሆን ሬት 
አንጀቴ ሲደድር
እንደ ድርቃም መሬት..
ከመሸ መጣሽ
ከመሸ.. .
ልቤ ከጠለሸ
ስምሽ እንደ ንጉስ
ተሽሮ በሌላ ...
ገላዬ ሲለምድ
የአዲስ ሴት ገላ 
ሁሉ ሲፈጣጠም
ሲዘጋ ክፍቱ በር 
እንዲህ ሆኜ ባይሆን 
መምጣት ጥሩ ነበር !!

𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 በ ፍቅር

ፍቅሬን በ ግጥም

06 Oct, 18:20


ስንት ጊዜ ይፈጃል ምን ያህል አመታት
ስንት ሰዉ ይበቃል ትዝታን ለመርሳት

ምን የሚሉት ጂኒ ካንተ ጋር አሰረኝ
የትኛዉ መለኮት በፍቅርህ ጠፈረኝ

በየትኛዉ ጥበብ በየትኛዉ ዘዴ
በየትኛዉ ብልሀት አወከዉ የሆዴን

እንጃ................
ጊዜም መልሱ ጠፋበት መሰለኝ
ካንተ ጋር ይነጉዳል ጥያቄ እያጫረኝ

ስንት ዘመን ቀረኝ
ስንት እድሜ ይተርፈኝ
መቼ ያሳርፈኝ

ትዝታህ ጠቢቡ
ትዝታህ ብልሁ

ትዝታህ ብልጥ ወዳጅ
እያሳሳቀ ነዉ አብሮ ሚያሳቅቀኝ
እያጫወተ ነዉ እድሜዬን የቀጨኝ

ወይ እሱ ይተወኝ ወይ አንተ ደግመህ ና
ትዝታህን ዉሰድ እኔን መልስና።



━━━━━━━━✦❤️✦━━━━━━━━
ምርጫዎ ስለሆነ እናመሰግናለን 🙏

ፍቅሬን በ ግጥም

06 Oct, 18:19


Channel name was changed to «ፍቅሬን በ ግጥም»

ፍቅሬን በ ግጥም

26 Sep, 18:35


😎Nama waan ta'uu qabu ta'uu danda'u akka taatetti of ilaali.

👍Kan si bukkee jiraatee sin fayyadne,si biraa fagaateess sin miidhu.

👉Abdii hin kutatin dukkana guddaa keessa ifa xiqqon darbuu dandeessa.

😏Hin dagatin namoonni gocha gaarii baay'ee ati goote irra dogongora kee tokkittii yaadatu.

👍Yaaltee dadhabuun kufaatii miti, kufaatiin yaaluu dadhabuudha.

🤔 Diinni yoo si waraane qaama kee si madeessa,
Hiriyyaan sobaa garuu sammuu kee si madeessa.

😞Hiyyeessi yakka namaatti kan adabamaa oolu haqa dhabee osoo hin taane harkaa dhabeeti.

@Burqaa43

ፍቅሬን በ ግጥም

16 Sep, 16:57


Dhaamsa koo👇👇
Obboleettii koo ♡
Dhumarratti Dhiira tokkotti heerumta,
Dhiira hedduutti garaa kee hin agarsiisin,
Dhiira hedduu wajjin oduu hin baay'isin.

Ati Kabajamtuudha
Kabaja kee Eeggadhu!
@Burqaa43

ፍቅሬን በ ግጥም

09 Sep, 18:27


Bakka samiin hin jirre
Jira jettee hin yaadiin
Samiin iddoo hunda Jira
Nama qalbiin si bira hin jirre
Fira jettee hin yaadiin
Kan afaaniin Firaa gabaa jira

@Burqaajaalalaa

ፍቅሬን በ ግጥም

03 Sep, 18:24


Utuu Iji Afaan qabaatee dubbatee
Afaan waan dubbatu dhaba ture
😍

@Burqaajaalalaa

ፍቅሬን በ ግጥም

31 Aug, 18:38


Yoo dandeesse barrisi yoo barrisuu dadhabde fiigi! Yoo fiiguu dadhabde daddafii deemi! Yoo daddaftee deemuu dadhabde tiradhu! Yoo tirachuu dadhabde daa'imi! Yoo daa'imuu dadhabde foqoqi! Akkam yoo ta'ellee
socho'uu hin dhaabiin!

🇯‌‌🇴‌‌🇮‌‌🇳‌_‌🇺‌‌🇸👉@Burqaajaalalaa

ፍቅሬን በ ግጥም

27 Aug, 06:34


Join Channel 👉 @Burqaajaalalaa
Gatiittiin hin qabneen,
Waanjoo narra kaa'un:
Baadhee akkan eeluufi;
Eelee akkan kufuufi;
Kufee akkan cabuufi;
Cabee akkan afuufi.
Kunoo akka kanaan,
Erga gaafa sanaa..
Ba'aa baachuu baree
Ba'aadhaan wal baree
Gatiittiin gabbatee
Saggoon naaf bal'atee
Deemsi ba'aa malee,
Ba'aa natti taate.
* * *
Abraham Tesfaye
@Burqaa43

ፍቅሬን በ ግጥም

22 Aug, 20:31


#Beektaa?
Gaafa kolfakeetii
Firri akka heddummaatu
Gaafa gadda keetii
Firri hedduun akka badu!
...
Lafa dhabakeetti akka dagatamtu
Lafa cabakeetti tasa akka gatamtu.
...
Qaawwakee bal'isee aantiin akka banu
Hiriyaan abdatte duuba akka si ganu,

Beektaa?

Gollikee daguugamee
Gaafa qullaa ta'u
Tollikee haguugamee
Gaafa badii ta'u

Beektaa?
Dogongora lammiikeen kuftee akka cabdu
Gaaf of harkaa dhabdu akka firas dhabdu.

#Beektaa?
@Burqaajaalalaa

ፍቅሬን በ ግጥም

17 Aug, 09:06


Balbalichi banaadha
Namni kamiyyuu gara jireenya keenyaatti galuu akka danda'u ba'uus hin danda'a
Gaafa dhufu baga nagaan dhuftee
Gaafa deemu nagaan dhaqi jennee geggeesina malee akka inni deemee debi'uun balbalicha banaa cufaa hin jiraannu
@Burqaa43

ፍቅሬን በ ግጥም

10 Aug, 17:07


"Yeroo tokko tokko wantoonni xiqqoon onnee kee keessatti iddoo guddaa fudhatu."

"Sometimes the smallest
things take up the most
room in your heart."

@Burqaa43

ፍቅሬን በ ግጥም

10 Aug, 10:54


ፍቅሬን በ ግጥም pinned «Natti haa hafu! ~ Jaalalli kee yeroof taanaan Bulee oolee kan cabbaa'u Miira faana xaaraa tuqee Miira faanas tasgabbaa'uu Qalbii kanke eeggachuudhaf Soqxee imalte natti dhufnaan Onnee kan kee feetu bantee Feetu ammoo natti cufnaan Miidhamuurra madaa'urraa…»

ፍቅሬን በ ግጥም

10 Aug, 10:53


Natti haa hafu!
~
Jaalalli kee yeroof taanaan
Bulee oolee kan cabbaa'u
Miira faana xaaraa tuqee
Miira faanas tasgabbaa'uu

Qalbii kanke eeggachuudhaf
Soqxee imalte natti dhufnaan
Onnee kan kee feetu bantee
Feetu ammoo natti cufnaan

Miidhamuurra madaa'urraa
Qalbii guutuun akkan rafuu
Kan summiidhan makame sun
Jaalalli kee natti haa hafuu...!
Hin barbaadu dhugaa😩🙈🙄

@Burqaa43

ፍቅሬን በ ግጥም

10 Aug, 10:21


Sittan hima deebisee
Ani Sin jaalladhuuu
Maaloo narraa siqii
Kan kee Barbaaddadhu

Ani Kan kee miti
Atis Kan koo naan taatu
Sagal sitti himeeraa
Maaliif nan hubattu!?

Amala hin qabdu
Yookaan Bifa Gaarii
Dubbiin kees hin tolu
Achi narraa Gori

Sin Quufe ......😏
Jedhe mucaan ana miti🤪

@Burqaa43

ፍቅሬን በ ግጥም

22 Jul, 15:11


“Kanaafis isa duwwaa beekuu, humna du'aa ka'uu isaas miyeeffachuu, dhiphina isaa irraa, du'a isaa irraas hirmaachuu nan barbaada.”
— Filp. 3:10
#share #share #share
Join Channel 👉 @farfannaahaaraa